Interesting links
Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)Categories
- Advert
- Barumsa Amantaa
- Deebii Gaaffilee
- Dubbii Qulqullootaa
- Faarfannaa Fi Hog Barruu
- Icciitii mana kiristaanaa torban
- Icciitii utubaalee shanan
- Icciitiiwwan mana kiristaanaa
- Kana Beektuu Laata?
- Lallaba
- Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
- Seenaa Mana Kiristaanaa
- Tibbana
- Uncategorised
- Uncategorized
- WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO
Archive
- September 2023
- August 2023
- July 2023
- February 2023
- May 2021
- April 2021
- March 2021
- February 2021
- December 2020
- September 2020
- August 2020
- May 2020
- April 2020
- March 2020
- February 2020
- January 2020
- December 2019
- November 2019
- October 2019
- September 2019
- August 2019
- July 2019
- June 2019
- May 2019
- April 2019
- March 2019
- February 2019
- January 2019
- December 2018
- November 2018
- November 2017
- October 2017
- September 2017
- August 2017
- June 2017
- May 2017
- April 2017
- March 2017
- February 2017
- January 2017
- November 2016
- October 2016
- September 2016
- August 2016
- July 2016
- June 2016
- May 2016
- April 2016
- March 2016
- February 2016
- January 2016
- December 2015
- November 2015
- October 2015
- September 2015
- June 2015
- May 2015
- April 2015
- March 2015
- February 2015
- January 2015
- December 2014
- November 2014
- October 2014
- September 2014
- August 2014
- July 2014
- June 2014
RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
in LallabaFannoonis Rakkina yeroo jennu haala lamaan ilaaluu qabna. Isaaniis:-
1. Rakkina Kiristoos
Dhala namaa garbummaa cubbuu jalatti kufee ture Fayyisuuf, waanjoo garbummaa irraa kaasuuf akkuma Galata Maariyaamii kessatti dubbatame ‘Addaamiin bilisa baasuuf gara bultoo isaatii duraatti deebisuuf jaallate’ isa jedhame mirkanneesuuf, waadaa kennaa dhabuu fi Ganataa ari’atamuu dhala nama irraa kan ka’e gaabbuu ilma namaatiif Waaqayyoon kenname sana “Guyyaa shanii fi walakkaa booda dhala dhala kee irraa dhaladheen, walakkaa addunyaatti Fannoo irratti fannifamee dhufee si Fayyisa” isa jedhuun Waaqa sadan keessaa tokko Ilmi salphina keenya fudhachuuf gara lafaatti dhufe salphina argateen, rakkina irra gaheetiin kan hubatamuu dha.
RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
in Lallaba1.Hiikaa Rakkinaa
Rakkina jechuun maal jechuu dha? Rakkina jechuun qoruumsa, dhiiphina jechuu akka ta’e Aleqaa Kidaane Weldi Kifilee kitaaba isaanii galmee jechootaa (መዝገበ ቃላት) keessatti hiikanii ni argina. (fuula /ገጽ/ 591) akkasumas Liqa Hiruyaan Balaay Makonnin kitaaba isaanii galmee jechoota Afaan Amaariffaa Tinsaa’ee /ትንሣኤ/ keessatti “qoruumsa, jeeqamuu, dhiiphina” hiika jedhu kennanii fi ni argina. (fuula /ገጽ/ 20) Kiristaana jechuun bishaanii fi Afuura irraa dhalachuun Kiristoosiin kan Uffate, Kiristoosii waliin tokko kan ta’e jechuu dha.
QULQULLUU SINOODOOSI
in LallabaKaayyoon Qulqulluu Sinoodoosii inni guddaan tokkummaa Mana Kiristaanaa eeguu dha. Taateewwan yeroodhaa yerootti mudataniin Doogmaa fi Qannoonaa; Sirnaa fi Darbii darboo, seerri ishee akkasumas bulchiinsi ishee akka hin diigamnee fi balaa irras akka hin buunef eegaa dha.
QULQULLUU SINOODOOSI
in LallabaRaajii dubbatameen barri lakkaa’amee yeroo raawwatu addunyaan kun ni dabarti. Akka baruumsa Kitaaba Qulqulluutti yoo ta’e addunyaan kun erga darbee booda jireenya bara baraa hin badnee fi hin jijjiiramne kan ta’e addunyaan haaraa fi addaa ni jira. Innis Mootummaa samii irraa Mootummaa Waaqayyooti.
Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?
in LallabaAkkuma dhuunfa keenyaa yommuu rakkinni numudatu Waaqayyootti iyyinu, akkasuma Mana amantaarras rakkinni yommu gahu furmaata Isumarraa eegna. Haala hubannaa keenyarraan kan ka’e kan ture ykn callisee yoo nutti fakkaate maalif? jenna. Luboonni yommuu wareegaman, Manniamantaa yommuu gubatu, hordoftoonni yommuu godaanan kitaabni qulqulluu yommuu saamamu, Manni Qulqullummaa yommuu sarbamu Waaqayyon akkamiti callisaa? jenna. Akkas kan jennu tari abaarsi Waaqayyoon bu’ee namoota badii kana raawwatan maaliif hin nyaatnne ykn hin balleessine jennee eegna ta’a yoo akka yaadne ta’u dhiisee akka nuti yaadne ta’uudhiisa. Akkamittis yaa eegnu garuu, nuti karaa eegne waantoonni ta’an bita nutti galuu danda’uu isaa booda abdi kutanna.
Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
in LallabaAdunyaa irra yemmuu jiraannu rakkinni fi gammachuun, kufati fi milkayinni, dadhabbii fi jabinni akkasumas, wantoonni adda addaa nurraatti wal jijjiru. Ta’us, kuni nuuf waan haaraa miti. Addunyaarra yemmuu jiraattan rakkinni isinirra jira jedhamnerraati. Nuti warreen diina aafuraa kan qabnu mitiiti namni kamiyyu nama ta’uu isaatin bu’aa ba’iin isa mudata. (Yoh.16፡33)
Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
in TibbanaMaqaa Abbaa, kan Ilmaa, Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amiin! Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename. ++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++ Kutaa Tokko Akkuma raajii Yoonaas keessatti bal’inaan ibsame, yeroo namoonni Nanawwee Waaqayyo irratti fincilanii fi gochaan isaanii […]
Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
in TibbanaMaqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoo Ameen Dhimmoota Yeroo ilaalchisuudhaan Ibsa Waldaa Qulqullootaa Irraa Kenname Manni Kiristaanaa Baroota 1950 irraa eegaltee Kallattii hundumaan Waraanni xiin-Yaadaa irratti taasifamaa tureera. Waraanni xiin-Yaadaa kun yeroodhaa gara yerootti gara waraana caaseeffamaatti guddachuun yeroo ammaa sadarkaa har’a irra jirru kana irra geenyee jirra. Miidhaa baroota dheeraa kana […]
“Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20
in TibbanaGooftaan keenya Iyyasuus Kiristoos du’a sababa Addaamiin dhufe du’ee barbadeessuuf du’ee awwaalame. Awwaalamee hin hafne; guyyaa sadaffaatti du’a mo’ee jireenya nuuf labsuuf du’aa ka’e. Kabajni Isaaf yaa ta’utii Gooftaan keenya Fayyina namootaaf jedhee fedhii Isaatiin gidiraan hedduun akka irra ga’u, Fannoo irratti akka fannifamu fi du’u akkasumas guyyaa sadaffaatti du’aa akka ka’u duraan dursee Duuka […]
Sooma Gooftaa /Sooma Guddaa/
in TibbanaSooma Gooftaa kan jennu kun Sooma labsii torban Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo keessaa isa tokko dha. Sooma Gooftaa kan jedhames Gooftaan keenya Iyyasuus Kiristoos samii irraa bu’ee foon keenya uffatee addunyaa kana irratti yeroo deddeebi’utti waan soomeef yoo ta’u, Sooma Guddichaa kan jedhame immoo sooma Gooftaan ofii soome waan ta’ee fi yeroo dheeraaf kan soomamu […]