• Baga nagaan dhuftan !

Hangafa hojii qajeelina hundaa; Sooma

Dn. Issubaalaw Damissee Amantiin Kiristaanummaa amantaa hojii gaaridhaan mul’atuufi mul’achuu qabu dha. Hojiiwwan gaarii ykn qajeelinaa jedhamanii waammaman kanneen immoo akka salphaatti jireenya keenyaan kan ibsinu miti. Kanarraas kan ka’ee Amantaa dhugaa kana keessa namni jiraatu,nama daandii dhiphaa filatedha jedhamee Gooftaa keeyaan kan ibsameef (Mat. 7:13). Daandii dhiphaa kana keessa yommu dabarru immoo wantoota daandii […]

Beeksisa

Baga gammaddan! Barruu Dhangaa Lubbuu Dubbisaa! Mata dureewwan Soomana fi Tibba Soomanaa Afuura /Hafuura Amantaa Du’aa ka’uu Jaalala Onneerratti Chaappeeffame Mi’iraafa Qiddusaan Koomtoo Qululleettii Sillaasee Qorumsawwan Sadeen fi kanneen kana fakkaataniif ibsa bal’aa barbaannaan Dhangaan Lubbuu Deebii isinii laatti!

Sagantaa keenyarratti hirmaadhaa!

Sagantaa Yaa’ii Ji’aa kan Afaan Oromoo Bitooteessa 15/2011 B.A. Sa’aatii:- 7:30tti Gamoo Waldaa Qulqullootaa Darbii 3ffaa Sagantaa Yaa’ii Ji’aa kan Afaan Oromoo Bitooteessa 15/2011 B.A. Sa’aatii:- 7:30tti Gamoo Waldaa Qulqullootaa Darbii 3ffaa የአፋን ኦሮሞ ወርኀዊ ጉባኤ መጋቢት ፲፭/፳፻፲፩ ዓ.ም. ሰዓት፡- 7፡30 በማኅበረ ቅዱሳን ፫ኛ ፎቅ የአፋን ኦሮሞ ወርኀዊ ጉባኤ መጋቢት ፲፭/፳፻፲፩ ዓ.ም. ሰዓት፡- 7፡300 በማኅበረ […]

Lubummaan Eenyuuf Mala?

Lubummaan eenyuuf mala? Kan jedhu, gaaffii bu’uurawaa kana kan deebisu dubbii ijoo “Lubummaan maali dha?” Kan jedhuu dha.  Namootaaf waa’een lubummaa yeroo hundaa gaaffii kan itti ta’u hubannoo bal’aa lubummaadhaa waan hin qabaanneefi dha. Lubummaan afaan gi’iizitiin (ተክህነ- tajaajile) jedhu irraa kan bahe yoo ta’u tajaajiluu, eegamuu, kan birootiif jiraachuu, eenyummaa ofii laachuu, guutuu jireenya […]

Isa argatanii, “Hundinuu Si barbaadaa jiru.” jedhaniin. “ወሶበ ረከብዎ ይብልዎ ኵሉ ሕዝብ የኃሥሱከ” Maar. ፩፥፴፯/1:37

   Dn. Ga/Sillaasee Shittaahun “ወበጽባሕ ተንሥአ ወአሌለየ ጥቀ ወወፂኦ ሖረ ሐቅለ ወጸለየ በህየ፡፡ ወዴገንዎ ስምዖን ወእለ ምስሌሁ፡፡ ወሶበ ረከብዎ ይብልዎ እንጋ ኵሉ ሕዝብ የኀሥሡከ፡፡ Subiin, odoo lafti hin bari’in ka’ee gadi bahe. Gara lafa onaattis dhaqee achittis kadhannaasaa geesse. Simi’ooni fi warroonni isa wajjiin turan fiigaa Isa duuka bu’an. Hoggaa Isa argatanis “Hundinuu Si barbaadaa […]

Koottaa wal ceephanna (ISAY. 1:18)

Sisaay Fiqaaduu Eessaan jira laata jedhii of ilaali Kufuuf dhaabbachuu kee xiinxali madaali Eddoo kee kalee moo bakka biraa jirta Waadaa fudhatte hoo dhuguma eegdeettaa?   Maaliin dabarsite yeroo siif laatame Fayyadamteerta moo diinatu si saame Soba dhugaa godhee sitti asaasuudhaan Yeroon inni si waame sitti dhihachuudhaan,   Kan kana hin hubannee hedduutu nyaaatame Kirrii […]

ARAARSUMMAA mana Kiristaana Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa keessatti

Araarsummaa ilaalchisee adduuyaa irratti ilaalcha sadi jira. Namootni tokko tokko “Araarsummaa” wanti jedhamu hin jiru. Eenyumtu eenyuuf hin kadhatu kallattiidhaan gara Waaqayyootti dhihaachuun ni danda’ama.” jedhu. Tokko  tokko  immo  ‘Araarsummaan’ ni  jira.  Ni  barbaachisas.” jedhanii  raawwatanii “Araara kan namaaf kadhatu garuu /Galatni fi ulfinni isumaaf haa ta’uu ti./ Kiristoosi dha” nuun jedhu. Kanneen biroo ammoo […]

Baga Ayyaana Cuuphaaf nagaan isiniin gahe.

Beeksisa Yaa’ii Ji’aa Kan Afaan Oromoo Wiirtuu Ol’aanaa Waldaa Qulqullootaatti Amajjii 19/2011 B.A. የአፋን ኦሮሞ ወርኃዊ ጉባኤ ጥር ፲፱/፳፻፲፩ ዓ.ም. በማኅበረ ቅዱሳን ዋና ማዕከል የአፋን ኦሮሞ ወርኃዊ ጉባኤ ጥር ፲፱/፳፻፲፩ ዓ.ም. በማኅበረ ቅዱሳን ዋና ማዕከል Yaa’ii Ji’aa Kan Afaan Oromoo Wiirtuu Ol’aanaa Waldaa Qulqullootaatti Amajjii 19/2011 B.A. የአፋን ኦሮሞ ወርኃዊ ጉባኤ ጥር ፲፱/፳፻፲፩ ዓ.ም. በማኅበረ […]

Taabota, waaqa tolfamaa waliin tokko kan taasisu eenyu dha? (2ffaa Qor. 6፥16)

   Maqaa Abbaa, kan Ilmaa, kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen. Barruun kun kaayyoo lamaaf qophaa’e. Kaayyoon inni duraa warri amntii kana (Ortodiksi Tawaahidoo) keessa jirru beekumsi nuti amantii keenyarratti qabnu dagaagee ‘Hordofaa, amantiin fi beekumsaan badhaadhe’ taanee amantii keenyaan akka cimnu yoo ta’u, inni lammaffaan immoo akkuma raajiichi “Uummanni koo dhaba beekumsaa irraa kan […]

Cuuphaa Gooftaa

Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko Ameen. Asaffaa Guddataa Waggoota 1981 ar’aa gara duubatti deebinee yoo ilaallu hojiiwwan gurguddoo ardii /lafa kana irratti hojjetaman keessaa tokko galaana Yoordaanositti cuuphamuu Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosi dha. Gooftaan Keenya Maaliif Cuuphame? Qaamota sadan keessaa tokko kan ta’e Ilmi yoo foon waliin wal-sime iyyu Inni Gooftaa […]