Interesting links
Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)Categories
- Advert
- Barumsa Amantaa
- Deebii Gaaffilee
- Dubbii Qulqullootaa
- Faarfannaa Fi Hog Barruu
- Icciitii mana kiristaanaa torban
- Icciitii utubaalee shanan
- Icciitiiwwan mana kiristaanaa
- Kana Beektuu Laata?
- Lallaba
- Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
- Seenaa Mana Kiristaanaa
- Tibbana
- Uncategorised
- Uncategorized
- WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO
Archive
- September 2023
- August 2023
- July 2023
- February 2023
- May 2021
- April 2021
- March 2021
- February 2021
- December 2020
- September 2020
- August 2020
- May 2020
- April 2020
- March 2020
- February 2020
- January 2020
- December 2019
- November 2019
- October 2019
- September 2019
- August 2019
- July 2019
- June 2019
- May 2019
- April 2019
- March 2019
- February 2019
- January 2019
- December 2018
- November 2018
- November 2017
- October 2017
- September 2017
- August 2017
- June 2017
- May 2017
- April 2017
- March 2017
- February 2017
- January 2017
- November 2016
- October 2016
- September 2016
- August 2016
- July 2016
- June 2016
- May 2016
- April 2016
- March 2016
- February 2016
- January 2016
- December 2015
- November 2015
- October 2015
- September 2015
- June 2015
- May 2015
- April 2015
- March 2015
- February 2015
- January 2015
- December 2014
- November 2014
- October 2014
- September 2014
- August 2014
- July 2014
- June 2014
Hangafa hojii qajeelina hundaa; Sooma
in TibbanaDn. Issubaalaw Damissee Amantiin Kiristaanummaa amantaa hojii gaaridhaan mul’atuufi mul’achuu qabu dha. Hojiiwwan gaarii ykn qajeelinaa jedhamanii waammaman kanneen immoo akka salphaatti jireenya keenyaan kan ibsinu miti. Kanarraas kan ka’ee Amantaa dhugaa kana keessa namni jiraatu,nama daandii dhiphaa filatedha jedhamee Gooftaa keeyaan kan ibsameef (Mat. 7:13). Daandii dhiphaa kana keessa yommu dabarru immoo wantoota daandii […]
Beeksisa
in AdvertBaga gammaddan! Barruu Dhangaa Lubbuu Dubbisaa! Mata dureewwan Soomana fi Tibba Soomanaa Afuura /Hafuura Amantaa Du’aa ka’uu Jaalala Onneerratti Chaappeeffame Mi’iraafa Qiddusaan Koomtoo Qululleettii Sillaasee Qorumsawwan Sadeen fi kanneen kana fakkaataniif ibsa bal’aa barbaannaan Dhangaan Lubbuu Deebii isinii laatti!
Sagantaa keenyarratti hirmaadhaa!
in AdvertSagantaa Yaa’ii Ji’aa kan Afaan Oromoo Bitooteessa 15/2011 B.A. Sa’aatii:- 7:30tti Gamoo Waldaa Qulqullootaa Darbii 3ffaa Sagantaa Yaa’ii Ji’aa kan Afaan Oromoo Bitooteessa 15/2011 B.A. Sa’aatii:- 7:30tti Gamoo Waldaa Qulqullootaa Darbii 3ffaa የአፋን ኦሮሞ ወርኀዊ ጉባኤ መጋቢት ፲፭/፳፻፲፩ ዓ.ም. ሰዓት፡- 7፡30 በማኅበረ ቅዱሳን ፫ኛ ፎቅ የአፋን ኦሮሞ ወርኀዊ ጉባኤ መጋቢት ፲፭/፳፻፲፩ ዓ.ም. ሰዓት፡- 7፡300 በማኅበረ […]
Lubummaan Eenyuuf Mala?
in Icciitii mana kiristaanaa torbanLubummaan eenyuuf mala? Kan jedhu, gaaffii bu’uurawaa kana kan deebisu dubbii ijoo “Lubummaan maali dha?” Kan jedhuu dha. Namootaaf waa’een lubummaa yeroo hundaa gaaffii kan itti ta’u hubannoo bal’aa lubummaadhaa waan hin qabaanneefi dha. Lubummaan afaan gi’iizitiin (ተክህነ- tajaajile) jedhu irraa kan bahe yoo ta’u tajaajiluu, eegamuu, kan birootiif jiraachuu, eenyummaa ofii laachuu, guutuu jireenya […]
Isa argatanii, “Hundinuu Si barbaadaa jiru.” jedhaniin. “ወሶበ ረከብዎ ይብልዎ ኵሉ ሕዝብ የኃሥሱከ” Maar. ፩፥፴፯/1:37
in LallabaDn. Ga/Sillaasee Shittaahun “ወበጽባሕ ተንሥአ ወአሌለየ ጥቀ ወወፂኦ ሖረ ሐቅለ ወጸለየ በህየ፡፡ ወዴገንዎ ስምዖን ወእለ ምስሌሁ፡፡ ወሶበ ረከብዎ ይብልዎ እንጋ ኵሉ ሕዝብ የኀሥሡከ፡፡ Subiin, odoo lafti hin bari’in ka’ee gadi bahe. Gara lafa onaattis dhaqee achittis kadhannaasaa geesse. Simi’ooni fi warroonni isa wajjiin turan fiigaa Isa duuka bu’an. Hoggaa Isa argatanis “Hundinuu Si barbaadaa […]
Koottaa wal ceephanna (ISAY. 1:18)
in Faarfannaa Fi Hog BarruuSisaay Fiqaaduu Eessaan jira laata jedhii of ilaali Kufuuf dhaabbachuu kee xiinxali madaali Eddoo kee kalee moo bakka biraa jirta Waadaa fudhatte hoo dhuguma eegdeettaa? Maaliin dabarsite yeroo siif laatame Fayyadamteerta moo diinatu si saame Soba dhugaa godhee sitti asaasuudhaan Yeroon inni si waame sitti dhihachuudhaan, Kan kana hin hubannee hedduutu nyaaatame Kirrii […]
ARAARSUMMAA mana Kiristaana Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa keessatti
in LallabaAraarsummaa ilaalchisee adduuyaa irratti ilaalcha sadi jira. Namootni tokko tokko “Araarsummaa” wanti jedhamu hin jiru. Eenyumtu eenyuuf hin kadhatu kallattiidhaan gara Waaqayyootti dhihaachuun ni danda’ama.” jedhu. Tokko tokko immo ‘Araarsummaan’ ni jira. Ni barbaachisas.” jedhanii raawwatanii “Araara kan namaaf kadhatu garuu /Galatni fi ulfinni isumaaf haa ta’uu ti./ Kiristoosi dha” nuun jedhu. Kanneen biroo ammoo […]
Baga Ayyaana Cuuphaaf nagaan isiniin gahe.
in AdvertBeeksisa Yaa’ii Ji’aa Kan Afaan Oromoo Wiirtuu Ol’aanaa Waldaa Qulqullootaatti Amajjii 19/2011 B.A. የአፋን ኦሮሞ ወርኃዊ ጉባኤ ጥር ፲፱/፳፻፲፩ ዓ.ም. በማኅበረ ቅዱሳን ዋና ማዕከል የአፋን ኦሮሞ ወርኃዊ ጉባኤ ጥር ፲፱/፳፻፲፩ ዓ.ም. በማኅበረ ቅዱሳን ዋና ማዕከል Yaa’ii Ji’aa Kan Afaan Oromoo Wiirtuu Ol’aanaa Waldaa Qulqullootaatti Amajjii 19/2011 B.A. የአፋን ኦሮሞ ወርኃዊ ጉባኤ ጥር ፲፱/፳፻፲፩ ዓ.ም. በማኅበረ […]
Taabota, waaqa tolfamaa waliin tokko kan taasisu eenyu dha? (2ffaa Qor. 6፥16)
in LallabaMaqaa Abbaa, kan Ilmaa, kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen. Barruun kun kaayyoo lamaaf qophaa’e. Kaayyoon inni duraa warri amntii kana (Ortodiksi Tawaahidoo) keessa jirru beekumsi nuti amantii keenyarratti qabnu dagaagee ‘Hordofaa, amantiin fi beekumsaan badhaadhe’ taanee amantii keenyaan akka cimnu yoo ta’u, inni lammaffaan immoo akkuma raajiichi “Uummanni koo dhaba beekumsaa irraa kan […]
Cuuphaa Gooftaa
in TibbanaMaqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko Ameen. Asaffaa Guddataa Waggoota 1981 ar’aa gara duubatti deebinee yoo ilaallu hojiiwwan gurguddoo ardii /lafa kana irratti hojjetaman keessaa tokko galaana Yoordaanositti cuuphamuu Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosi dha. Gooftaan Keenya Maaliif Cuuphame? Qaamota sadan keessaa tokko kan ta’e Ilmi yoo foon waliin wal-sime iyyu Inni Gooftaa […]