Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

YEROO GANNAA (ዘመነ ክረምት)

in Tibbana

YEROO GANNAA (ዘመነክረምት)

Kutaa 1ffaa


Yeroo gannaa jechuun yeroo bishaanii jechuu dha. Sababni isaas bishaan yeroo kana keessatti ol’aantummaa waan argatuufidha. Bishaan guyyaa Dilbata(Sanbata guddaa )kan uumame yammuu ta’u,iddoofi daangaadhaan kan murta’e garuu guyyaa Wiixataati. Daangeeffamni isaas bakka afuritti kan murtaa’edha.

  1. Bishaan inni jalqabaa dachee gaditti qilleensa malee kan dachee baate isa jiru dha.
  2. Bishaan inni lammaffaa naannoo addunyaa naageebi (ናጌብ) fi Admaas gidduutti heemooti fi Leewaatiin (ሔሞትእናሌዎታን) marsamee kan jiruu fi Galaana (ዉቅያኖስ) jedhamuudhaan kan waamamudha. Qaamni bishaan kanaa Biiftuun yammuu baatuufi galtu ifni ishee waan irratti bahuuf balaqisni galgalaafi ganamaa addunyaa kana irratti guutee argama. Sababa duumessaatiiniis gara samiitti ol ba’ee erga bittinnaa’een booda gara garaa dachee keessa seena.
  3. Bishaan inni sadaffaa addunyaa kana keessatti laga burqituu kan ta’e uumamtoota hundaa kan gargaaru, namootaafi horii dheebuu kan baasu,biqiltoota, kuduraafi muduraaf kan ta’u, fedhii nyaataa kan bakka ga’u, walumaagala uumamtoota hundaa kan tajaajilu qabeenya hundaa kan ta’e hiyyeessis sooressiis wal -qixaan kan itti fayyadamaa jiru dha. Samii (ጠፈር)kan inni hojjetame bishaan irraa waan ta’eef, ho’ina aduu irraa kan ka’e akka hin diigamneef qileensa irratti bishaan haanoos (ሐኖስ) jedhamu gubbaa isaa irratti akka ta’u ta’eera.
  1. Bishaan inni arfaffaa samii ool kan jiru Haanoose kan jedhamu bishaan daangeeffame jechuudhaan kitaabni Aksimaaroos (አክሲማሮስ) ni ibsa.

Ganna jechuun turtii yammuu ta’u lakkoofsa yerootifiis ni gargaara. Fakkeenyaaf iddoo tokko tokkootti ganna meeqa turte jechuudhaan yeroo turtii isaanii addaan baafatu. Hiikaan isaas yeroo bokkaa,duumessaa,biqilaa,sagalee Bakakkaan kan itti dhaga’amu, lagni (galaanni ) kan itti guutu kan goge kan itti margu jechuudha. Yeroo kanatti bal’inaan barumsi kennamu argamsiisaafi argama uumamaa ,waa’ee nyaataa fi jireenya bal’inaan kan dubbatamu waan ta’eef Uumaafi Uumamaa ,barsiisaa fi barataa, dhiyoofi fagoo adda baase kan nama agarsiisuufi kan dhunfaa ofiis ta’e kabaja eenyummaa nama kaanii kan itti baranuudha. Yeroon kun yeroo

gannaa jedhamee waamamus of keessatti kutaalee adda addaa waan qabuuf bal’inaan ilaaluudhaaf akka nutti tolutti yeroo gannaa bakka sadiitti qoodna.

v       Galma gannaa 

v       Gidduu galeessa gannaa

v       Dhumata gannaa

Galma Gannaa (በዐተ ክረምት ) :Galma gannaa jechuun kan beekamu Waxabajjii 26 kaase hanga Adoolessa 19 gidduu guyyoottan jirani guyyaa 23 dha.Yeroo ykn waxabajji 26 hanga Adooleessa 19 tti lafti qonnaan qootame kan qopha’e waan ta’ef sanyiin ni faca’a , kan faca’es kan itti biqilu, ho’ina aduu irraa kan ka’e mukeen googani hundi baala baafachuu kan itti jalqabanidha. Kutaa itti aanutti yeroo kana keessatti barreeffamoota Kitaaba Qulqulluufi kitaabota kaanirras dubbisuudhaan kan dhiyeessinu ta’a.

Ganna kana keessatti roobni roobu kan eebbaa ,kan nagaa, sanyii facaasame kan biqilchu akka nuuf ta’u horiin kan itti furdatu akka nuf ta’u Eeyyama Waaqayyoo nuf haa ta’u ,araarsummaan giifti keenya Dubroo Maariyaamii nu irraa hin fagaatiin. Ameen!!!

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2016-07-20 07:39:122018-10-26 09:21:06YEROO GANNAA (ዘመነ ክረምት)
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Wareegamtoota Amma du’aatti kan amanamte ta’i mul.yoh.2:10 Link to: Wareegamtoota Amma du’aatti kan amanamte ta’i mul.yoh.2:10 Wareegamtoota Amma du’aatti kan amanamte ta’i mul.yoh.2:10 Link to: “Abiddaafi Bishaan gidduu nu dabarsite, gara boqonnaattis nu baaste” Link to: “Abiddaafi Bishaan gidduu nu dabarsite, gara boqonnaattis nu baaste” “Abiddaafi Bishaan gidduu nu dabarsite, gara boqonnaattis nu baaste”...
Scroll to top