Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii

in Uncategorized

Kutaa 4ffaa

  • Kitaabileen fi Faaruuwwan Mana Kiristaanaa keenyaan qophaa’anii maxxanfaman hundumtuu Yaa’ii Hayyootaatiin qoratamanii akka maxxanfaman; hojii kanaafiis manni maxxansaa Tinsaa’ee Za Gubaa’ee cimee galmaan gahuu akka danda’u daran akka cimu ta’ee, kitaalolee kanaan dura Mana Kiristaanaa keenyaan qophaa’anii faayidaa irra oolaa turan dhaabbilee fi namoota dhuunfaatiin karaa seeraan ala ta’een maxxanfamaa fi ittiin daldalamaa jira waan ta’eef, Manni Kiristaanaa Kitaabolee Mataa ishee sirritti eeguun maxxansaa amantoota isheef akka dhiheessitu fi barsiifannaa ishee isa bu’uuraa, isa dhugaa fi sirrii ta’e kana karaa sirrii ta’een akka waliin geessu waan dandeenyu hunda godhuuf waadaa galla.
  • Tibba kana gochi sukaneessaa amantoota fi Mana Kiristaanaa keenya irra gahaa jiru itti baay’achaa jiru, Manneen Kiristaanaa haala kanaan dura irraa caaluun wal-gargaaruu fi Manneen Kiristaanaa gubatani fi cufamani irra deebi’uun ijaaruuf fi kan cufamani banuuf wal-deeggeruun durii kaasee aadaa keenya waan ta’eef, Manneen Kiristaanaa biyyota alaa fi kutaa lallabaa Finfinnee keessatti argamani, itti gaafatamtootni waajjiraalee Manneen Kiristaanaa, Kawaalota fi Yaa’iiwwan Barnoota Mana Kiristaanaa baadiyyaa gargaaruuf sochiin godhamaa jiru daran akka cimee akka itti fufu yaa’ichi ni yaadachiisa.
  • Kolleejonni Afuurawaa Qulqulleettii Sillaasee, Sawaasawa Birhaan Qulqulluu Phaawloos fi Qulqulluu Fireemnaaxoos Abbaa Salaamaa Kasaatee Birihaan hamma ammaa Mana Kiristaanaa keenyaaf humna namaa sirritti leenji’e dabaluun fi lallabdoota Wangeelaa horachuun wal-qabatee shorri/gaheen/ isaan taphatan ol’aanaa ta’uun isaa akkuma eeggametti ta’ee, fuul-duraafis simannaa barattoota isaanii dabalanii calallii bartootaan fi haala baruu barsiisuun walqabatee of-eeggannaa guddaa fi too’annaa barbaachisu godhuun dagaaganii akka itti fufani yaadachiisaa, lallabdoota Wangeelaa gahuumsaan fi beekumsaan akka horataniif waan nurraa eeggamu bahuuf waadaa galla.
  • Gamoowwani fi Manneen qabeenya dhaabbatoo Mana Kiristaanaa fi hambaalee abbootaa kan ta’an ammas carraaqqii mana lubummaa ol’aanaa fi Qulqulluu abbaa keenya Abuuna Maatiyaasiin akkasumas ajaja gaarii muummicha ministeeraa Dr. Abiyyi Ahmadiin deebi’aa jiru waan ta’eef kiraan isaanii seeraan sassaabamaa qixa sirriin fayyadamummaa Manni Kiristaanaa fi hayyoonni Mana Kiristaanaa carraaqqii faayidaa akka irraa argatan taasifamuuf deeggarsa barbaachisu hunda godhuuf waadaa galla.
  • Kaayyoon ijoo dhaabbata dhimmoota maatii fi daa’immanii, daa’imman hawaasa waliin jiraatani tajaajila nyaataa, uffannaa fi yaalii fayyaa akka argatan haala mijeessuu dha. Keessattuu yeroo ammaa kanatti gochi gaarii daa’imman haadha fi abbaa hin qabne kununsaa guddisuun maqaa Mana Kiristaanaa keenyaan foyya’ee akka itti fufu yaadachiisaa; kutaalee lallabaa muraasa keessatti dhaabbatichi walii galee hojjechuu dhabuu isaa irraa kan ka’e dhimmi isaa Mana Kiristaanaa keenya irraa darbee gara mana murtii mootummaatti akka qajeelu taasifamee gulummaan (lafa) fi qabeenyi Mana Kiristaanaa keenyaan qabamee ture qaamolee biroon akka irraa haala mijeessaa jira waan ta’eef Qulqulluun Sinoodoos murteewwaan dursee murteesse ammas fooyyessee fi cimsee kallattii dhaabbatichi kutaalee lallabaa waliin wal-ta’aa ittiin hojjetu akka kaa’uu fi kun ta’uu hin danda’u taanaan garuu gulummaa Manni Kiristaanaa maqaa guddisa daa’immaniitiin qabattee baroota dheeraaf eegaa turte kun akka irraa hin fudhatamne fi daa’imman haadha fi abbaa hin qabne akka hin bittinoofne, Manni Kiristaanaa keenya guutuma guutuutti of jalatti oolchitee dambii fi qajeelfama ittiin bulchitu akka qopheessitu gaafachaa galmaan gahuu isaaf immoo gumaacha nuurraa eeggamu  godhuuf waadaa galla.
Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2019-11-05 14:36:412019-11-05 14:36:43Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii Link to: Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii... Link to: Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii Link to: Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii...
Scroll to top