Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Badhaasa

in Tibbana

  Dn. Tolasaa Taayyee Badhaasa Geeba Yuunivarsitii irraa argate Waldaa Qulqullootaatiif Kenne.

Hagayya 27

                                                                                                                        Dn.Mazgabuu Kafyaalawuun

Yuunivarsitii Walloo Kaampaasii Daseetti Barumsa Idilee isaa hordofaa turuun qabxii Ol’aanaa galmeessisee Geeba Yuunivarsitii badhaasa barattootaatiif dhiyaate kan fudhate Daaqon Tolasaa Taayyee badhaasa argate Waldaa qulqullootaatiif kenne.

 Dn. Tolasaan Godina  Wallaggaa Lixaa aanaa Mana sibuutti kan dhalatee guddate yoo ta’u barumsa isaa qabxii gaarii galmeessisuudhaan gara Yuunivarsitii Walloo daseetti ramadamee barumsa  isaa hordofaa tureera. Dabalataanis yeroo mooraa kana keessa turetti yaa’ii mooraa keessatti ittigaafatamummaa adda addaa akka fudhate mana kiristaanaa tajaajilaa tureera. Barumsa Yuunivarsitii keessatti kennamuunis cimee qu’achuudhaan qabxii 4:00 fi A+18 fiduun  Qabxii Daraan olaanaa galmeessiseen ankii Daraan olaanaa ta’een  eebbifameera. Sirna eebbaa kana irrattis badhaasa Yuunivarsitichi barattoota qabxii olaanaa galmeessisaniif qopheesse hunda caaluudhaan geeba Yuunivarsitichaa fi Meedaaliyaa qophaahe badhaafameera. Haata’u malee Dn. Tolasaan Badhaasa argate kana ofiif fudhatee galuu hin barbaanne geeba argate Waldaa qulqullootaatiif Yemmu kennu Meedaaliyaa isaa ammo Mana Kiristaanaa isa guddiste, Mana Kiristaanaa Madihaanee’aalamii Daabbusiif kennee jira. Dn. Tolasaan  Hagayya 24 Waldaa qulqullootaatti qaamaan argamee waldaan kun yaa’ii isaa 11ffaa osoo gaggeessaa jiruu badhaasa argate kenneefii jira.

 

Dn. Tolasaan sababa badhaasa kana Waldaa qulqullootaatiif kenne yemmu ibsu “ Jalqaba Yemmuun Yuunivarsitii seenu Sagantaa Yaa’ii Mooraatiin ‘baga nagaan dhuftani’ jechuuf mana kiristaanaatti qophaa’e irratti argameen ture sagantaa kanarrattis baruullee ‘’ gubaa’ee qaanaa” jedhamtu biteen yemmuun dubbisu barataa Yuunivarsitii Jimmaa kan ture Dr.Dn Ingidaa kan jedhamu badhaasa Meedaaliyaa Yuunivarsitii irraa argate Mana kiristaanaatiif akka kenne galmaa’ee argeen anis akka isaa cimee baradheen Meedaaliyaa fudhadhee Mana kiristaanaa na guddisteef kennuun qaba jedheen Murteeffadhe ture; Waaqayyoof galanni haa gahu meedaaliyaa fi geeba kaasuu danda’eera! Kan anaa fi Dn. Dr.Ingidaa Yaadaan Wal nubarsiise Waldaa Qulqullootaati: akkan cimee baradhuuf kan na kakaase Waldaa qulqullootaati Waan ta’eef Geebni kun isaaf mala jedheen kenneef ; dabalataanis kana gochuun koo umurii koo guutuu mana Kiristaanaa akkan tajaajiluuf waan na jajjabeessuuf raawwadheera” jedheera.

Kennaa kana kan Dn. Tolasaa irraa fuudhee Waldaa Qulqullootaatti kenne Yuunivarsitii Finfinneetti  Barsiisaa seeraa kan ta’e Profeesar  Xilaahun Tashoomaa yaada kennaniin ‘’ seenaa Yuunivarsitootaa keessatti qabxii akka kanaa namoonni galmeessan muraasadha! Carraa yeroo tokko argamu kana ammo dabarsanii kennuun wareegamummaadha! Ani mucaa kana irraa barumsa baay’ee argadheen jera; baay’ees na gammachiiseera” jedhaniiru.  Waldaa qulqullootaa bakka bu’uudhaan kennaa kana kan fuudhan Luba Doktar Sammuu Mitikkuu yoo ta’n ; kuni adaraa guddaadha! Cimnee akka hojjennuufis nu jajjabeessa! Waldaa kana bakka bu’uudhaan kennaa kana yemmuun fudhu Waaqayyo galateeffachaarradha jedheera. Meedaaliyaa Mana kiristaanaa  Daabbus Madaanaalamiitiif akka kennuuf kan bakka bu’uun  fuudhe  dura taa’aa Wiirtuu Gimbiiti.Dn. Tolasaa Wajjin turtii dheeraa kan taassifne yoo ta’u Gabaasa bal’aa Gaazexaa gara fuulduraatti afaan Oromootiin maxxansinu irratti dhiyeessina.

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2014-09-02 18:22:002018-10-26 09:21:24Badhaasa
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: “Yaa Gooftaa gara boqonnaa keetti ka’i; atii fi Taabonni mana qulqullummaa Kees” ( Faar 131:8) Link to: “Yaa Gooftaa gara boqonnaa keetti ka’i; atii fi Taabonni mana qulqullummaa Kees” ( Faar 131:8) “Yaa Gooftaa gara boqonnaa keetti ka’i; atii fi Taabonni mana qulqullummaa... Link to: Yaa’ii Waliigalaa Link to: Yaa’ii Waliigalaa Yaa’ii Waliigalaa
Scroll to top