Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Waldaa Qulqullootaa, Wiirtuun Adaamaa Manneen Amantaa misoomaan akka of danda’aniif carraaquun akka barbaachisu ibse!

in Tibbana

Waldaa Qulqullootaa, Wiirtuun Adaamaa Manneen Amantaa misoomaan akka of danda’aniif carraaquun akka barbaachisu ibse!

   Warquu Baqqalaatiin

(Kutaa Miidiyaa Wiirtuu Adaamaa)

Godina Shawaa Bahaa magaalaa Adaamaatti Waldaan Qulqullootaa Wiirtuu Adaamaa Onkololeessa guyyaa 06, 2009 A.L.I tti oduu gadaamotaa qopheessuu irratti mari’ateera. Walgahiin marii kanaa ganama sa’aatii 3:30 irraa kaasee hanga 5:30 ti kan ture yoo ta’u, jalqaba irratti seensa marichaafi kallattii marichaaf kan ta’u barumsi wangeelaa mata duree “kan isiniif kenname jabeessaa eeggadhaa”jedhuun kennameera. Barsiisaa Geetaachoon lallaba kana keessatti kan nuuf kennamteefi bara baraaf qabeenya keenya taatee jiraattus mana amantaa ta’uu ishee ibsaniiru.

Hirmaattota Waltajjichaa Muraasa

Haaluma kanaan sagantaa ciree booda immoo Piroopoosaalli saganticha qopheessuuf qophaa’e Walitti qabaa Waldaa qulqullootaa Wiirtuu Adaamaa kan ta’e barsiisaa Geetinat Asiraatiin dhiyaateera. Kaayyoon sagantaa kanaatis gadaamonni godina Shawaa Bahaa keessa jiran hundi isaanii misoomaan akka of danda’an, Wiirtulee leenjii lubootaa haaraa hundeessuufi tajaajiltoota Afaan Oromootiin tajaajiluu danda’an horachuuf akka ta’es ibsameera. Kaayyoo kana galmaan gahuuf Abbootii mana amantaa kan ta’an luboonni, manneen barnoota Dilbataa,waldaaleen hafuuraawaa adda addaafi maanguddoonni nannawaa illee dammaqinaan akka itti hirmaachuu qaban waamichi taasifameera.

Dhuma irratti hirmaattotni marii kanaasagantaa qophaa’e irratti yaada erga kennanii booda karoora kana galmaan gahuuf carraaqqichi koree miseensota shan qabuun akka durfamu, waltajjiin kunis ji’a ji’aan akka gaggeeffamu murteessuun sagantichi xumurameera.

                                                                                  

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2016-10-19 17:23:572018-10-26 09:21:04Waldaa Qulqullootaa, Wiirtuun Adaamaa Manneen Amantaa misoomaan akka of danda’aniif carraaquun akka barbaachisu ibse!
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Dubartii Ilma Dhiiraa deesse ni ariyate Link to: Dubartii Ilma Dhiiraa deesse ni ariyate Dubartii Ilma Dhiiraa deesse ni ariyate Link to: Sooma Raajotaa Link to: Sooma Raajotaa Sooma Raajotaa
Scroll to top