Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Tamsaasa idilaa si’aa’inaa eegamaa kan ture jalqabuuf qophii isaa akka xummure Waldaan Qulqullootaa ni beeksise.

in Uncategorized

Waldaan Qulqullootaa si’aa’inaan eegamaa kan ture Tamsaasa idilaa sa’aatii 24 dhiheessii adda ta’ee fi haala yeroo waliin wal-simataa ta’een B.A. Muddee 5/2012tti akka jal qabu barreessaan ol’aanaa Waldaa Qulqullootaa Obboo Wub’isheet Otooroo ibsani. Yaada dhaggeeffattootni fi daawwattootni kennaa turan irratti hundaa’uun fi qu’annaa adeemsisuun akkasumas muuxannoo Manneen Kiristaanaa obboleewwanii irraa qooddachuun tamsaasichi yericha waliin kanb deemu akka ta’u carraaqnee jirra jedhaniiru. Sagantaan televiizhinii kun daa’immaniif, dargaggootaaf, dhimmoota maatii jireenya hawaasummaa irratti xiyyeeffatan, amantoota ta’anii waa’ee amantaa isaanii hubannaa ga’aa warra hin qabneef, warra amantaa bira keessa jiraachaa gaaffilee adda addaa dhiheessaniif, barattoota Univarsitii fi barattoota Sambataaf, hayyoota Mana Kiristaanaa fi kanneen biroof kan fayyadan qophiiwwan adda addaan kan deeggaramu akka ta’u barreesichi ibsanii jiru.

Sagantaan idilaa Muddee 5tti jalqabamu kun kanneen hamma ammaatti dhihaachaa turan irraa adda kan isa taasisu fedhii kutaalee hawaasa maraa kan giddu galeeffate akka ta’u carraaqqiin addaa taasifamuu isaatiin, qooqaalee Amaariffaa, Afaan Oromoo fi Tigriffaadhaa alattis Ingiliffaanis tamsaasuuf karoorfachuun isaa akkasumas fuul-duraaf immoo qooqaalee biyya keessaa kanneen biroonis dhiheessuuf qu’annaan adeemsifamaa jiraachuu isaatiini dha jedhanii jiru.

Dabalataanis, Waldaan Qulqullootaa tamsaasa isaa bu’a qabeessa taasisuuf sa’aatii tamsaasaa Manneen sambataa Gannata Tsiggee Qulqulluu Giyoorgis, Boolee Dabra Saaleem Madihaane’alami fi Dabra Nagodiguwaadi Qulqulluu Yooohaanisiif tolaan (kaffaltii malee) kennuun waliin hojjechuuf qophii isaa kan xummure yeroo ta’u, itti’aansuunis qaamolee Mana Kiristaanaa hundumaa waliin hojjechuuf karri isaa banaa akka ta’a barreessaan ol’aanaa dubbatanii jiru.

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2019-12-10 10:51:052019-12-10 10:51:06Tamsaasa idilaa si’aa’inaa eegamaa kan ture jalqabuuf qophii isaa akka xummure Waldaan Qulqullootaa ni beeksise.
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Oduu Gammachiisaa!!! Link to: Oduu Gammachiisaa!!! Oduu Gammachiisaa!!! Link to: Waldaan Qulqullootaa Piroojektii Kiristaanota buqqa’an qarqaaruu (deebisanii ijaaruu) dandeessisu ifa taasise. Link to: Waldaan Qulqullootaa Piroojektii Kiristaanota buqqa’an qarqaaruu (deebisanii ijaaruu) dandeessisu ifa taasise. Waldaan Qulqullootaa Piroojektii Kiristaanota buqqa’an qarqaaruu (deebisanii...
Scroll to top