Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Sinodos

in Tibbana

Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko amen

                                    Eebila 12                                                         Mazgabuu Kafyaalawuun
Eebila 11 bara 2007 Ibsa Qulqulluu Sinodoosiin Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaa  Namoota  Biyya Liibiyaatti ajjeefaman ilaalchisee kenne

Eebila 11 bara 2007 walakkaa guyyaatii eegalee  tamsaasawwan oduu addunyaa Afrikaa kaabaa biyya Liibiyaatti qarqara galaana Meedetiraaniyaaniitti garee shororkeessaa ISIS jedhamuun ajjeechaan suukkanneessaan raawwatamuu isaa gabaasaniiru.

Gabaasichis kiristaanonni homaa keessaa hin qabne shororkeessitoota meeshaa hidhatanii fi miira namummaa hin qabneen yemmu ajjeefaman fakkiin  mul’isu addunyaa hunda irratti ilaalamaa jira.

Lammummaa fi eenyummaan Dargaggoota qulqulloota duuti suukkanneessaan kun irratti raawwatamee ilaalchisee ragaan amansiisaa argachuuf carraaqqiin taasisamaa kan jiru ta’us, hanga ammaatti burqaalee oduu miidiyaaleen addunyaa odeessan irraa akka dhageenyetti  gochaan kun kan irratti raawwatame Itiyoophiyaanotaa fi Amantoota Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaa akka ta’an burqaaleen oduu addunyaa ibsaa jiru.

Manni Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa kan Uumaadhaan kennamte  lubbuun dhala namaa kam iyyuu  namoota itti gaafatamummaan isaanitti hin dhagahamneenii fi namoota wanta isaanirratti akka raawwatamu hin barbaanne kan gaddi tokko isaanitti hin dhagahamneen akka ajjeefamtu waan hin eeyyamneef manni Kiristaanaa Qulqulleettiin gochaa kana cimsitee balaaleffatti.

Kanaafuu, eenyummaa michoota keenya aarsaa ta’an kanaa adda baasannee ( hubannee)  bu’uura Amantaa, sirnaa fi darbaa darbii  mana Kiristaanaa Qulqulleettii irratti hundaa’uun wanta barbaachisu hunda kan raawwannu ta’uu isaa uummanni Kiristaanaa fi Uummanni IOtiyoophiyaa hundi hubatee dhimicha obsaan akka eegan.

Akkasumas gochaan raawwatame dhaabilee amantaa fi amantii kam iyyuu kan hin ilaallanne, gochaa shororkeessaa ta’uu hubatanii warren lammii Itiyoophiyaa ta’an hunduu akkuma kanaan duraa tokkummaadhaan (gocha kana) balaaleffachuun raawwattoonni gochaa kanaa kisaaraa malee bu’aa kan itti hin arganne ta’uu gochaan akka agarsiisan ni yaaddachiisna.
                                                                     Waaqayyo Itiyoophiyaa Haa eebbisu amen
Abbaa Maatiyaas 1ffaa Paatriyaarikii Dursaa phaaphaasota Itiyoophiyaa Dursaa Phaaphaasii aksum, Icegee teessoo Taklahaaymaanot.

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2015-04-20 15:12:592018-10-26 09:21:20Sinodos
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Du’aa Ka’uu Link to: Du’aa Ka’uu Du’aa Ka’uu Link to: Ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin laatee Link to: Ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin laatee Ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin laatee
Scroll to top