Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Maaliif Adii Uffanna?

in Deebii Gaaffilee

                    Maaliif Adii Uffanna?                                                                                                                                                                

Kan hiike   Barsiisaa Asaffaa   Guddataa

Abbootiin keenya Kitaaba Qulqulluu fi hiika Afuuraa inni qabu bu’uura godhachuudhaan akka nuti balee (naxalaa) adii uffannu sirna nuuf hojjetaniiru.

1.   Gooftaa Fakkenya Taasisuun

Gooftaan duukabu’oota Isaa keessaa duukabu’oota iccitii warra jedhaman Pheexiroos, Yohaannisii fi Yaa’iqoobiin fudhatee gara tulluu Taaboriti ba’ee osoo duukabu’oonni isaa isa ilaalanii uffatni isaa adii ta’ee ture; “Fuula isaani idurattis ni jijjiirame, fuulli isaas akka aduu ife uffanni isaas akka ifaa adi ita’e (Mat. 17:2). Nutis Gooftaa nu barsiisuufi fakkenya nuuf ta’uuf nama ta’e fakkenya godhannee balee adii uffannee gara mana Kiristaanaa ishee fakkenya Tulluu Taabor taatett iwalitti qabamna.

 

2.   QulqullootaFakkeenyagodhachuun

Mullata Yohaannis boqonnaa ja’a irratti waa’ee Qulqulloota warra jireenya lubbuu qofaan jiraatanii (samiiirra) kan harmaan gadii barreeffamee argama.

 

“Chaappaa isa shaneffaas yommuu hike, waa’ee jecha Waaqayyoofi waa’ee dhugaaba’uu isaanii fi lubbuuwwan namoota qalamanii aarsaa jalattin arge. Sagalee guddaanis iyyaa “Yaa Gooftaa dhugaa fi Qulqulluuammaa yoomiitti hin murteessitu? Dhiigni keenyoo amma yoomiitti warra lafa irra jiran irratti haaloo hin baatu? jedhan.  Tokkoo tokkoon isaaniifis uffata adiitu kennameef warra akka isaanii du’uuf jiran garboota irriyyoota isaaniifi lakkoofsi obboloottan isaanii ammaraawwatutti bara xiqqoo akka boqotan jedhameef. (Mul. 6:9-11)

Mullata toorba irrattis akkas jedhameera. “Kanaa booda nan arge kan isaan lakkaa’uu hin dandeenye uummataa fi gosa hundaa irraa, afaan hundaa irraas namoota daran baayyee tuture. Uffata adii uffatanii meexxii arkawwan isaaniitti qabatanii hoolichaa fi teessuma isaa dura dhaabatan (Mul. 7:9).”Nutis qulqulloota fakkenya godhachuu fi adii uffannee hoolicha dura dhaabachuu abdii godhannee balee adii uffanna.

 

3.   Ergamoota Fakkeenya godhachuun

Gooftaan fedhii isaatiin lubbuu isaa foon isaa irraa addabaasee guyyaa sadaffaatti Maariyaam isheen Maqidallaa gara awwaala isaa yommuu deemte ergamoonni du’aa ka’umsa Gooftaa misiraachoo himan lama uffata aadii uffatan argitee turte. “Ergamoonni lamas uffata adii uffatanii bakka foon Iyyasuus ciisee ture tokko karaa mataa tokko immoo karaa miilaa taa’anii argite (Yoh. 20:12). Nutis Ergamoota Qulqullaa’oo fakkenya taasifachuun wiirtuu du’aaka’umsa keenyaa kan taate mana Kiristaanaatti walitti qabamna.

4.   Kiristaanummaan Abdii Samiin kan Guutame Jireenya Ifaa Waan ta’eef abdiikeenya kana yaaduun balee adii uffanna. 

Kanaa fannoo Gooftaa yaada chuun bifa fannoon olgannee baleen nuti uffannu callisnee miti waan ta’eef sirna kana eeguu qabna.

 

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2015-09-26 07:17:072018-10-26 09:21:19Maaliif Adii Uffanna?
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Qulqulluu Paatriyaarikii Abbaan keenya Maatiyaas I Waggaa haaraa ilaalchisee Baga ittiin isin gahe jechuun Sagalee Eebbaa kennan Link to: Qulqulluu Paatriyaarikii Abbaan keenya Maatiyaas I Waggaa haaraa ilaalchisee Baga ittiin isin gahe jechuun Sagalee Eebbaa kennan Qulqulluu Paatriyaarikii Abbaan keenya Maatiyaas I Waggaa haaraa ilaalchisee... Link to: Fannoo Isaatiin Fayyina nuuf kenne Link to: Fannoo Isaatiin Fayyina nuuf kenne Fannoo Isaatiin Fayyina nuuf kenne
Scroll to top