Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Leenjiin abbootii Mana Kiristaanaaf kenname

in Tibbana

                      Leenjiin abbootii Mana Kiristaanaaf kenname

                                                                         Gaazexeessaa Yordaanoos Gonfaatiin

(Kutaa Miidiyaa Wiirtuu Adaamaa)

Mana Kiristaanaa Ortodooksi Tawaahidoo Itiyoophiyaatti Qindeessaafi Qajeelcha Manneen Dilbataa, Waldaa Qulqullootaa, Wiirtuun Adaamaa leenjii mata dureewwan garagaraa irratti abboottii amantaaf kenneera. Abbootii bulchitoota Manneen Kiristaanaafi gaggeessitoota kutaa lallaba Shawaa Bahaa jala jiraniif waldichi magaalaa Adaamaatti guyyoottan lamaaf (Hagayya 21-22, 2008) leenjii kana kennuun xumureera.

Hirmaattota Leenjiichaa

Dhimmoonni leenjiin kun irratti kennames Sirna Bulchiinsa Ammayyaa, Akkaataa Bulchiinsafi To’annoo Maallaqaa, Tooftaalee Walitti bu’iinsa itti hiikan, Waa’ee Gaggeessummaa, Dhimmoota Mana Kiristaanaa Tibbanaafi kkf dha. Leenjiileen kanneen hayyoota barumsa Mana Kiristaanaafi saayinsii addunyaan biyya keessaa hanga biyya alaatti beekamani fi muuxxannoo leenjii kennuutinis beekamtii qabaniin kennamaniiru. Sirna baniinsa leenjichaa irratti hojii gaggeessaan kutaa lallaba Manneen Kiristaanaa  Shawaa Bahaa Maggaabe Tifsiit Mulugeetaa Charinat akka dubbatanitti, Waldaan Qulqullootaa kaayyoo hundeeffameef akka galmaan gahuuf gaggeessittoonni Mana Kiristaanaa sadarkaan jiran tumsa barbaachisu gochuu akka qaban gaafataniiru. Kana malees hojiirra oolmaa leenjichaatiifis harka wal-qabatanii (walitti dhufuun) hojjachuuf akka mijatu caasaa kaa’ameen abbootiin amantaa amantoota mara waliin ta’uun dammaqinaan hojjachuu akka qaban dhaamaniiruu.

Maggaabe Tifsiit Mulugeetaa Charinat (bitaa) fi hirmaattota leenjiichaa muraasa (mirga)

Abbootiin amantaa leenjii kana irratti hirmaachaa turaniis leenjiin akkanaa kennamuun mana amanatichaaf, addunyaa ammaayyoofte keessatti barumsa, dudhaafi seenaa ishee qabattee akka itti fuftu taasisa waan ta’eef cimee itti fufuu qaba jedhaniiru. Leenjiin hayyootaan bifa kanaan kennamu kun “abbootii amantaaf qofa osoo hin ta’iin uummata kiristaanaa, dargaggoota, abbootii amantaa biroofi Diyaaqonoota birattis gadi bu’uun osoo kenname” jechuunis gaafataniiru. Leenjii fudhatan kanatti gargaaramuun nuffii tokko malee yeroo kamuu caalaa dammaqinaan jijjiiramni barbaadamu akka dhufuufi Manni Kiristaanaa ulfina qabduun fuuldurattis akka tarkaanfattu hojjachuuf akka carraaqan waadaa galaniiru.

Walitti qabaan Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Adaamaa Barsiisaa Injiinar Geetinnat Asraat  “waldichi yoomiyyuu taanaan mul’anni isaa gaarummaafi guddina Mana Kiristaanaa waan ta’eef abbootiin amantaa waldichaaf gorsa abbummaa kennuufi kadhannaa taasisuun maddii dhaabbachuu qabdu” jechuun gaafataniiru. Waldichi gara fuulduraattis hojiilee gurguddoo hojachuuf karoorfachuus himaniiru.

                                                                                        

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2016-09-15 10:01:532018-10-26 09:21:05Leenjiin abbootii Mana Kiristaanaaf kenname
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Bara Haaraatti Jireenya Haaraa! Link to: Bara Haaraatti Jireenya Haaraa! Bara Haaraatti Jireenya Haaraa! Link to: Manni Kiristaanaa uummata sababa qooqaan wangeela dheeboteef tajaajila dursaa kennuu akka qabdu eerame! Link to: Manni Kiristaanaa uummata sababa qooqaan wangeela dheeboteef tajaajila dursaa kennuu akka qabdu eerame! Manni Kiristaanaa uummata sababa qooqaan wangeela dheeboteef tajaajila dursaa...
Scroll to top