Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu

Archive for category: Tibbana

Kolleejjiin Afuuraa Qulqulluu Sillaasee duukaabuutota sagantaa Galgalaa fi idileetiin barsiisaa ture barattoota dhibba sadi eebbisiise

in Tibbana

Kolleejjiin Afuuraa Qulqulluu Sillaasee duukaabuutota  sagantaa Galgalaa fi idileetiin barsiisaa ture  barattoota dhibba sadi eebbisiise.

                                              Dn.Yoseef Yikunoo Amlaakiin

  

 

 

 

Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaatti kolleejjiin Afuuraa Qulqulluu Sillaasee  waxabajjii 28 bara 2006 galma lallaba Wangeelaa  mana Lubummaa Waliigalaatti barattootaa sagantaa galgalaa fi idileetiin barumsa amantaa hordofaa turan barattoota dhibba sadi eebbisiiseera.

 

 

Sirna eebbaa kana irrattis Paatiyaarikii Abuna Maatiyaas dabalatee abbootiin Phaaphaasonni kan argaman yoo ta’u, qulqulluu Paatiyaarikii angafa Phaaphaasota Itiyoophiyaa, Phaaphaasii Dursaa Aaksum, Icaggee Teessoo Tklahaaymaanot kan ta’an Abuna Maatiyaas  barattoota eebbifamaniif ergaa baga gammaddani jedhu yemmu dabarsanitti “ EGAA  AMANTAA,DARBAA DABARSAA FI SEENAA Mana Kiristaanaa Qulqulleettii dhalootaaf dabarsuuf Adaraa Fudhattaniittu” jedhaniiru.

 

Hoogganaa Ol’aanaa Kolleejjichaa kan ta’an Aabuna Xiimootoyoos gama isaaniitiin  “ manni Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaa Kolleejjota amman jiran sadan dadnddeettii isaanii cimsuuf xiiyyeffannoo guddaa itti kennuudhaan Hojjechuun akka barbaachisu ibsaniiru.

 

Bara kana barattoota kolleejjii kana irraa eebbifaman keessaa lakkoofsi dubartootaa gama hundaanuu ol ka’ee argameera. Keessattuu  Sagantaa Maastarii fi Diippiloomaatiin kan qabxii ol aanaa galmeessisan dubartoota ta’uun isaa sagantaa eebba kanaa adda taassiseera.

 

Kolleejichi bara kana duukaabuutota eebbisiise keessaa barattoonni 25 sadarkaa digirii lammaffaa, barattoonni 71   sadarkaa digirii Jalqabaa fi barattoonni 114 ammoo sagantaa  Diippiloomaatiin akka ta’e  ibsameera.

 

 

 

 

http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2014-07-08 06:22:052018-10-26 09:21:25Kolleejjiin Afuuraa Qulqulluu Sillaasee duukaabuutota sagantaa Galgalaa fi idileetiin barsiisaa ture barattoota dhibba sadi eebbisiise

Kollejjiin Qulqulluu Phaawuloos Duukaabuutota Eebbise

in Tibbana

Kollejjiin Qulqulluu Phaawuloos Duukaabuutota Eebbise

Mana kiristhanaa orodoks Tawaahidkoo Itiyoophiiyyaatti kolleejjiin Afuuraa Sawaasawa Birhaan Qulqulluu Phaawuloos barattoota  barumsa Idilee fi sagantaa galgalaatiin  barachaa turan kan bay’inni isaanii 212 ta’e ankii Diippiloomaatiin Eebbisiise.

                                           Dn. Mazgabuu Kafyaalawuun

Sagantaa eebbaa waxabajji 21 bara 2006 Galma mana lubummaa waliigalaatti gaggeeffameen Paatiyaarikii  Qulqulluun Abbaan keenya Maatiyaas barattoota barumsa isaaniitiin qabxii ol aanaa galmeessisaniif badhaasa erga kennanii booda sagalee ergaa dabarsaniin “Manni kiristanaa bakka gara garaatii isin waamtee lallaba wangeelaa irratti isin bobbaasuuf qophiirra turteetti, Humni  kun mana kiristaanaa keenyaaf qabeemya guddaa waan ta’eef beekumsa argattan kana saba keessaniif akka hirtanii fi itti gafatamummaa manni kiristaanaa isinitti kennite akka baataniif isin adara” jedhaniiru.

 

Itti gaafatamaa kolleejjii kanaa kan ta’an qulqulluu Abbaan keenya Aabuna Yaareed; Itti gaafatamaan Qindeensaa yaa’ii laalabaa; kutaa lallaba biyyaa Naannawaa Sumaaleetiif phaaphaasii dursaa kan ta’an barattoonni barumsa afuura barhchaa turanii yeroon itti mana kiristaanaa tajaajilan waan ga’eef baga gammaddani jedhaniiru”

          

Barattoota 212 Eebbifaman keessaa barattoonni 12 barumsa isaanii sagantaa idileetiin kna hordofaa turan yoo ta’u, isaan kana keessaas barataan tokko hiika kakuu duraa; barataan tokko ammo  hiika kakuu haaraatiin kan eebbifaman yoo ta’u, barattoonni 200 garuu barumsa isaanii sagantaa galgalaatiin warra hordofaa turan ta’uu eerameera.  Saganticha irrattis Barsiistonni kolleejjichaa; Phaaphaasonni; beektonni mana kiristaanaa, fi barattoonnii fi maatiin barattootaa argamaniiru.

http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2014-06-30 14:30:292018-10-26 09:21:26Kollejjiin Qulqulluu Phaawuloos Duukaabuutota Eebbise
Page 11 of 11«‹91011
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Scroll to top