Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Haati Waaqa Keenyaa katabbii (barreeffama) Qulqulluu Yaa’iqoob kan biyya Siruugitiin

in Tibbana

H.K.H. Roodaas Taaddasa (Dr.)

  • Yaa hunda danda’aa; uummamtoota hundumaa kan baatte osoo taatu jilbi dhala namaa sibaate. Namni iccitii kana dubbatu kamiyyuu ni raata’a, ni hollatas, ni rifata. Akka finnaa (daa’imaa) hammannaa Durbee Maariyaamiin hammatamteetta. Jechoota waa’ee kee ibsaniif afaan dhala namaa itti hanqata.
  • Durbeen xiqqoon (umriin) tokko hunduma nyaachisaa fi burqa jireenya bara baraa kan taate si’iif aannan ergifannaa sihoosiste. Harka kee Isa lafaa fi samii uume sanaan harma Deessuu Kee qabattee hoote. Gurmuuwwan sibaatani; hoboloon Kiruubeel garuu eebbisa fi galata oggaa dhiheessu ulfina Keerraa kan ka’e sodaachuun ni hollata. Wanti kan Kee ta’e hundi dubbiidhaa oli. Barsiifannis aadaanis uummamnis Isaan hin qixxaatu. Kanaafuu, eenyu sibeekuu danda’a?
  1. Aduun dhugaa mooraa loonii keessa jira; Abiddichis huccuun marameera. Harmee Durbee fuudhaa fi heeruma malee haftu; waan ajaa’ibaa Abidda aannan hoodhu fi Durbee Maariyaam daa’ima uummamuu lafaa fi samiin dura jiru yeroo baattu. Ooyiruu (fichaa) osoo itti hin facaafamiin gumaa boqqolloo fi bishii; akkasumas Durbee xiqqoo sanyii dhiiraan ala kan deessu yeroo taatu.
  • Daa’imni xiqqoon takko hammannaa harka ishiitiin yeroo Isa baattu Inni garuu Isuma tokkicha sana dha. Ergamoonni Gabri’eel Qulqullichaatiin ogganaman mataa isaanni lafatti qabanii fuul-dura Isaatti tajaajilu. Warriitni mana Yooseef garuu, gurmuu isaaniitiin Isa baatu. Suraafeel afaan isaaniitiin fuul-dura Isaatti galata dhangalaasuuf. Dhalli namaa garuu, Isa baatu; Isaaf ni faarfatu.
  • Samiin gar-malee itti xiqqaata. Osoo irra bula Isa hin danda’u; hammannaan Durbee Maariyaam garuu, keessa isaatti deddeebi’uuf itti hin dhiphatu, bal’aa dha Isaaf ni gaha. Harmee Isaa garaa haadha ishii keessa ossoo jirtu kan ishii uume Daa’imuma kana. Garuu, Inni ishee uume foon isheerraa foon lubbuu isheerraayis lubbuu gonfachuun dhalateera. Isumatu aannan dhaqna Durbee keessa ni qopheesse; harmas dhaqna ishee Qulqulleettii keessatti uumee raawwatee deebi’ee immoo harmuma uume sanarraa aannan Durbummaa ni hoodhe.

Yaa Giiftii Yaa’iqoob kan biyya Siruug nueebbisi.

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2019-10-04 13:40:002019-10-04 14:03:35Haati Waaqa Keenyaa katabbii (barreeffama) Qulqulluu Yaa’iqoob kan biyya Siruugitiin
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Baga Gammaddan!! Link to: Baga Gammaddan!! Baga Gammaddan!! Link to: …Godaantuu baalleen joobira guddichaa lama badhaafamte… (Mul’ata Yohannis 12: 14) Link to: …Godaantuu baalleen joobira guddichaa lama badhaafamte… (Mul’ata Yohannis 12: 14) …Godaantuu baalleen joobira guddichaa lama badhaafamte… (Mul’ata...
Scroll to top