Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

TORBANOOTA SOOMII GUDDAA

in Barumsa Amantaa

                                TORBANOOTA SOOMII GUDDAA

Guraandhala 23                                                                                                 

                                                                                                                         H/Iyyasuus G/Yohaannisiin   

Torbanooni Soomii guddaa bakka  sadeetitti qoodamu.Torban hundaaf manni kiristaanaa keenya maqaa moggaasteerti.

 

Torban Tokkoffaa:- “Zawerede” jedhama.Torban kana kessatti Ilmi Waaqayyoo  Iyasuus  Kirstoos akka Nama ta’ee addunyaa kana fayyise, Waaqayyo jalala namaatii jedhee akka ilma Isaa tokkicha  gara addunynaa kanaatti  akka  erge, Ilma Isaatti kan amane immoo bara baraaf akka jiraachuu danda’u, kan Ilma Isaatti hin amanne immoo akka itti murtaa’u  torban kana kessatti kan barsiisamudha. Wangeellii torban kana keessatti dubatammu immoo;Yohannis 3:10-20  dha.

 

Torban Lamaffaa:-  “Qiddist”  jedhama. Torban kana kessatti Waqayyo keenya cubbuu keenya irraa nu qulqulleesuf akka nama ta’e; nutis qulqullina Isa irraa arganne fiixaan basuuf akka soomuu qabnu, akka kadhachuu qabnuu, akka kennaa adda addaa hiyyeesaf lachuu qabnu, kan itti  ibsamu yemmu  ta’u;  kadhanii fi kennaan keeyna akkasumas, soomiin keeyna akka seeraan ta’u kan bal’inaan itti ibsamudha.Torban kana keessatti wangeelli dubbifamu; Mat 6:16 dha.

 

 

 

Torban Sadaffaa:- “Mikuraab” jedhama. Mikuraab jechuun bakka Yihudoonni kitaaba itti dubisani, kadhaa  itti godhanii  fi aarsaa  itti raawwatanidha. Garuu isaan seera kana hunda jigsuudhan yemmu  faasikaa isaanii  Horii fi makodii( gugee)  qalmaa, akkasumas, maallaqa itti geeddaru ture. Goftaan keenya Iyyasuus Kiristoos waan kana argee obsuuf  hin dandeenye  “Mana Abbaa Kootii bakkee bittaa fi gurguuraa hin godhinaa” jedhee moraa kessaa isaan ari’eera.

 

 

Har’as mana kana keessatti waan Waaqayyo hin  eeyyamne raawwachuun ni adabsiisa. Mana jechuun mana kiristaanaa  itti sagadnu qofa  osoo hin taane  qaamni keeynas waan mana quluqullummaa Waaqayyoo  ta’uu qabuuf hundi  keeyna  namummaa keenya keessattii waan Waaqayyo gammachiisuu danda’u yaduu fi hojjachuun nurraa eegama jechuudha. Garuu kana gochuu  baannaan akka qulqqullu Phaawloos dubbate mana Waaqayyoo diioguu keenyaan akka itti gaafatamnu nu hubachiisa. ( 1Qor 3:16)

 

 

 

Torban Afraffaa:- “Matsaaguu” jedhama. Matsaaguu jechuun dhukubsaataa jechuudha. Seenan isaas waggoota 38f bakkee cuphaa Beeta saayidaa jedhamtuutti fayyina argachuuf siree isaa irratti maxanee kan jiraachaa turedha. Bakkee cuphaa kana irratti namootiin fayyan namoota fira qaban ykn namoota human qaban yemmu ta’u, wanta inni firaaf humna hin qabneef yemmu ergamaan Waaqayyoo bishaan sana warraaqsu (sochoosu) namni isa bishaan kessa isa cuuphu wanta hin jirreef Waggoota kanaaf rakachaa ture.

 

 

 

 Garuu firaaf humna dhabee haa jiraatu malee booddee irratti Gooftaan Keenya Iyyasuus Kiristoos itti dhiyaatee  “Fayyuu Ni feetaa” jedheen dhukubsataan sunis ani nama nagargaaru hin qabu; yemmu ergamaan Waaqayyoo bishaan waraqsu namni bishaan kana keessa na buusu waan hin jirreef namootiin humnaaf fira qaban na dursu jedheen.

 

 Yemmuu  kana Gooftaan keenya Iyyasuus kiristoos “Ka’iitii siree kee baadhuu deemi” jedheen. Matsaaguunis fayyaa isaa argtee siree isaa baate deemuuf danda’eerra. Kana kan godhe Gofta Keenya Iyyyasuus kiristoosi. Maqaan Isaa bara baraaf kan galatoome yaata’u.

 

Har’as namoonni adda addaa nama isaan gargaaru dhabuudhan rakina adda addaatiin fayyaa isaanii dhabaa jiru.  Nama afuutaa ta’uu jechuun ykn kirstaanummaan nama nama dhabeef nama ta’udha. Nama rakkachaa jiruuf qaqabuudha, kan nuti Gooftaa keenya irraa barannus kanadha. Torban kana kessatti Wangeelli dubbisamu Yohannis 5:1-24.

 

Galanni Waaqayyoof haa ta’u, Ameen!

 

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2015-03-03 05:40:522018-10-26 09:21:21TORBANOOTA SOOMII GUDDAA
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Taabonni Hatame dinqii Hojjechuudhaan gara teessoo Isaatti kabajaan deebi’e Link to: Taabonni Hatame dinqii Hojjechuudhaan gara teessoo Isaatti kabajaan deebi’e Taabonni Hatame dinqii Hojjechuudhaan gara teessoo Isaatti kabajaan ... Link to: Gadaamii Waggoota dhibba toorbaan dura hundeeffame- Gadaamii cuqqaalaa ( Ziqu’aalaa) Link to: Gadaamii Waggoota dhibba toorbaan dura hundeeffame- Gadaamii cuqqaalaa ( Ziqu’aalaa) Gadaamii Waggoota dhibba toorbaan dura hundeeffame- Gadaamii cuqqaalaa ( Zi...
Scroll to top