Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaaatti -  WALDAA QULQULLOOTAA
  • Fuula duree
  • Barumsa Amantaa
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Lallaba
  • Tibbana
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Deebii Gaaffilee
  • Click to open the search input field Click to open the search input field Search
  • Menu Menu
Blog - Latest News

Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii

in Uncategorized
maddi suuraa: EOTC Broadcasting Service Agency/

Kutaa 1ffaa

Akkuma seenaan raga bahutti, baroota barnootni ammayyaa hin babal’annetti ministeera barnootaa ta’uudhaan dargaggeeyyi ogummaa fooniin fi ogummaa Afuuraatiin gabbisaa guddisuudhaan Mana Kiristaanaaf fi biyyattiif madda hoggantootaa kan taate; yeroo diinni biyya weeraru fi Amantaa faalleessu dhufettis Taabota baattee duuluudhaan uummata ishee jajjabeessuudhaan daangaa biyyaa kan eegsiste. Bara ministeerri Nageenyaa hin caaseeffamneetti; akka ministeera Nageenyaa taatee nageenya biyyattii kan eegsiste fi tola ooltuu kan taate Manni Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa gidiraan ishee irraa mancaafamee, kabajni fi ulfinni ishee eeggame dhaloota dhufuuf akka darbu Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii kanatti Qulqulluu Sinoodoosiif gumaacha ajandaa marii kan ta’u yaada murtee fi ibsa ejjennoo abbaa qabxiilee 27 qopheessine akka kanaa gadiitti dhiheessina.

  1. Haasawa baniinsaa, eebba Abbaa, ergaa Abbaa fi qajeelfama hojii; Abbaa Maatiyaas dursaa Paatriyaarkii Duree Phaaphaasota Itiyoophiyaa Phaaphaasii Akusim Muudamaa (ዕጨጌ) teessoo Takla Haaymaanoot yaa’ii kanaaf dhiheessaniin hojiirra akka oolu humna qabnuun hojjechuuf waadaa galla.
  2. Sagalee Labsii (ቃለ ዓዋዲ) Manni Kiristaanaa keenya bulchiinsa ishee ittin hoggantu murtee Qulqulluu Siinoodoosiin haala tibba kanaa waliin deemuu danda’un foyya’us; ammas hanqinaalee baay’ee qaba waan ta’eef Sagalee Labsii (ቃለ ዓዋዲ) irraa eegalee dambiiwwan, seerotaa, qajeelfamoota fi seerota ittiin bulmaataa hojjeetootni ittiin Manni Kiristaanaa ittiin hogganamtu mara ogeeyyiidhaan qu’annaa fi qorannaan barbaachisu godhamaa bifa bulchiinsa gaariif mijataa ta’een fi hojiilee Mana Kiristaanaa lafa qabsiisuu danda’uun irra deebiin akka nuuf fooyya’u gaafanna.
  3. Godaansa barsiisota yaa’ii barumsa Mana Kiristaanaa (የአብነት መምህራን ፍልሰት) yeroodhaa yerootti dabalaa dhufe kana dhaabsisuuf fi mirga isaanii kabajuuf gargaarsi hanga ammaa godhamaa jiru kan jajjabeeffamu ta’us, rakkinni barsiisotaa fi bartootaa guddaa ta’uu isaatirraa kan ka’e rakkoo isaanii haala itti fufiinsa qabuun hiikuuf murtee Qulqulluu Sinoodoosiin gargaarsi karaa Mana Lubummaa ol’aanaatiin godhamu akkuma jirutti ta’ee gama Kutaa Lallabaatiin illee hamma danda’aamuun too’annaa fi hordoffiin barbaachisu godhuuf waadaa galla.
  4. Bulchiinsaan wal-qabatee hojii karaa waajjira ol’aanaa hoggansa bulchiinsaa teessoo paatriyaarkiitiin fi Kutaalee Lallabaatiin hojjetame fi gabaasaan ibsame waan nama jajjabeessu ta’uun isaa akkuma eeggameetti ta’ee qajeeltoowwan bulchiinsa gaarii lafa qabsiisaniin bulchiinbsa yeroo ammaa waliin deemuu danda’u; murtee qajeelaa fi haqa qabeessaan deegrame akka jiraatu daran hojjechuuf waadaa galla.

Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail
http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png 0 0 EOTC Afaan Oromo http://eotcmk.org/ao/wp-content/uploads/mk-logo-header-ao.png EOTC Afaan Oromo2019-10-24 11:21:492019-10-25 12:07:17Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii
Search Search

Barreeffamoota haaraa

  • Miila Yaad-Sammuu
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • RAKKINA JIREENYA KIRISTAANUMMAA KEESSATTI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • QULQULLUU SINOODOOSI
  • Waaqayyoon Calluma jedhaa laata?  
  • Waaqayyon Calluma jedhaa laata?
  • Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaati, xummuramuu Sooma fi Kadhanna Nanawwee addunyaa guutuutti guyyoota 3 walitti aansuun (Waxabajjii 29 hanga Guraandhala 1, 2015) labsame ilaalchisee ibsa Qulqulluu Sinoodoosiin Kename.
  • Manni Kiristaanaa Godaansa Irra Jirti!
  • “Amma garuu Kiristoos warra du’aniif angafa ta’ee du’aa ka’eera.” 1ffaa Qor. 15:20

Archives

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014

Interesting links

Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)

Pages

  • Fuula duree
  • Odeeffannoowwan bu’uurawoo Waa’ee Waldaa Qulqullootaa

Categories

  • Advert
  • Barumsa Amantaa
  • Deebii Gaaffilee
  • Dubbii Qulqullootaa
  • Faarfannaa Fi Hog Barruu
  • Icciitii mana kiristaanaa torban
  • Icciitii utubaalee shanan
  • Icciitiiwwan mana kiristaanaa
  • Kana Beektuu Laata?
  • Lallaba
  • Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
  • Seenaa Mana Kiristaanaa
  • Tibbana
  • Uncategorised
  • Uncategorized
  • WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO

Archive

  • July 2025
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • February 2023
  • May 2021
  • April 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • December 2020
  • September 2020
  • August 2020
  • May 2020
  • April 2020
  • March 2020
  • February 2020
  • January 2020
  • December 2019
  • November 2019
  • October 2019
  • September 2019
  • August 2019
  • July 2019
  • June 2019
  • May 2019
  • April 2019
  • March 2019
  • February 2019
  • January 2019
  • December 2018
  • November 2018
  • November 2017
  • October 2017
  • September 2017
  • August 2017
  • June 2017
  • May 2017
  • April 2017
  • March 2017
  • February 2017
  • January 2017
  • November 2016
  • October 2016
  • September 2016
  • August 2016
  • July 2016
  • June 2016
  • May 2016
  • April 2016
  • March 2016
  • February 2016
  • January 2016
  • December 2015
  • November 2015
  • October 2015
  • September 2015
  • June 2015
  • May 2015
  • April 2015
  • March 2015
  • February 2015
  • January 2015
  • December 2014
  • November 2014
  • October 2014
  • September 2014
  • August 2014
  • July 2014
  • June 2014
©2018. Mahibere Kidusan - All Rights Reserved. Website by MK-IT
Link to: Sagantaan sirna Kadhannaa Yaa’ii Qulqulluu Siinoodoos amma eegaleera. Link to: Sagantaan sirna Kadhannaa Yaa’ii Qulqulluu Siinoodoos amma eegaleera. Sagantaan sirna Kadhannaa Yaa’ii Qulqulluu Siinoodoos amma eegaleera. Link to: Lubbuu Amantootaa farreen Mana Kiristaanaatiin ajjeefaman Gannata keessa nuuf haa galchu. Link to: Lubbuu Amantootaa farreen Mana Kiristaanaatiin ajjeefaman Gannata keessa nuuf haa galchu. Lubbuu Amantootaa farreen Mana Kiristaanaatiin ajjeefaman Gannata keessa nuuf...
Scroll to top