Interesting links
Here are some interesting links for you! Enjoy your stay :)Categories
- Advert
- Barumsa Amantaa
- Deebii Gaaffilee
- Dubbii Qulqullootaa
- Faarfannaa Fi Hog Barruu
- Icciitii mana kiristaanaa torban
- Icciitii utubaalee shanan
- Icciitiiwwan mana kiristaanaa
- Kana Beektuu Laata?
- Lallaba
- Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu
- Seenaa Mana Kiristaanaa
- Tibbana
- Uncategorised
- Uncategorized
- WALDAA QULQULLOOTAA TELEVIZYINII AFAANOROMO
Archive
- September 2023
- August 2023
- July 2023
- February 2023
- May 2021
- April 2021
- March 2021
- February 2021
- December 2020
- September 2020
- August 2020
- May 2020
- April 2020
- March 2020
- February 2020
- January 2020
- December 2019
- November 2019
- October 2019
- September 2019
- August 2019
- July 2019
- June 2019
- May 2019
- April 2019
- March 2019
- February 2019
- January 2019
- December 2018
- November 2018
- November 2017
- October 2017
- September 2017
- August 2017
- June 2017
- May 2017
- April 2017
- March 2017
- February 2017
- January 2017
- November 2016
- October 2016
- September 2016
- August 2016
- July 2016
- June 2016
- May 2016
- April 2016
- March 2016
- February 2016
- January 2016
- December 2015
- November 2015
- October 2015
- September 2015
- June 2015
- May 2015
- April 2015
- March 2015
- February 2015
- January 2015
- December 2014
- November 2014
- October 2014
- September 2014
- August 2014
- July 2014
- June 2014
Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii
in UncategorizedKutaa lammaffaa Ol-aantummaan fi Ulfinni Mana Kiristaanaa keenyaa yeroodhaa yerootti eeggamee akka jiraatu babal’iinsi lallaba Wangeelaa murteessaadha waan ta’eef, hojiilee Hoggansa lallaba Wangeelaa fi ergama Duuka Bu’ummaatiin raawwatamaa jiran cimsuun gama bobbaatii lallaba Wangeelaatiinis ta’e bu’aawwan maxxansaatiin bifa gaaffii dhaloota kanaa deebisuu danda’uu fi bifa fedhii afaan dhalootaatiin tajaajiluu danda’uu miilkeessuun Qulqulluu Sinoodoosiin xiyyeeffannaan itti […]
Lubbuu Amantootaa farreen Mana Kiristaanaatiin ajjeefaman Gannata keessa nuuf haa galchu.
in UncategorizedMiseensotni Yaa’ii ol’aanaas hundumtuu Kaateederaalii Manbara Tsabaa’oot Qulqulleettii Sillaaseetti ni argamu. Hordoftoota Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo farreen Mana Kiristaanaan ajjeefamaniif Kadhannaan hiikiinsaa (ጠሎተ ፍትሐት) Manneen Kiristaana hundumatti Guyyaa boruu (16/2/2012) akka taasifamu Qulqulluun Sinoodoosi murtee dabarsee jira.
Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii
in UncategorizedKutaa 1ffaa Akkuma seenaan raga bahutti, baroota barnootni ammayyaa hin babal’annetti ministeera barnootaa ta’uudhaan dargaggeeyyi ogummaa fooniin fi ogummaa Afuuraatiin gabbisaa guddisuudhaan Mana Kiristaanaaf fi biyyattiif madda hoggantootaa kan taate; yeroo diinni biyya weeraru fi Amantaa faalleessu dhufettis Taabota baattee duuluudhaan uummata ishee jajjabeessuudhaan daangaa biyyaa kan eegsiste. Bara ministeerri Nageenyaa hin caaseeffamneetti; akka ministeera […]
Sagantaan sirna Kadhannaa Yaa’ii Qulqulluu Siinoodoos amma eegaleera.
in UncategorizedErgaa Qulqulluu Paatriyaarkii
in UncategorizedMaqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko Ameen. Eebbifamoo Abbaa Yaareed itti gaafatamaa Mana Lubummaa Ol’aanaa fi phaaphaasii kutaa lallabaa Arsii Eebbifamoo abbaa Yooseef barreessaa Qulqulluu Sinoodoos fi phaaphaasii kutaa lallabaa Goojjaam Bahaa Eebbifamoota miseensota Qulqulluu Sinoodoos kan taatan phaaphaasonni Kabajamtoota itti gaafatamtoota hoggansoota fi jaarmiyaalee waajjira ol’aanaa teessoo paatriyaarkii Itti gaafatamtoota fi […]
Haasawa sirna baniinsaa walgahii walii galaa Yaa’ii lallabaa
in UncategorizedOduu wayitaawaa: Teessoo Paatriyaarkiittii Walgahiin idilaawaa kan yaa’ii lallaba waliigalaa har’a baname.
in UncategorizedSirna baniinsa isaa irrattis Eebbifamoo Qulqulluu Abbaa Marqoorewoos Paatriyaarkii duree phaaphaasota Itiyoophiyaa, Eebbifamoo Qulqulluu Abbaa Maatiyaas Paatriyaarkii duree phaaphaasota Itiyoophiyaa, phaaphaasii Akusim fi muudamaa teessoo Takla Haymaanoot, eebbifamoo Abbootiin phaaphaasonni fi itti gaafatamtootni kutaalee lallabaa fi bakka buutootni yaa’iiwwan lallabaa bakka argamanitti banameera. Walgahicharrattis gabaasni kutaalee lallabaa, Dhaabbilee fikutaalee hoggansaa waajjiraalee ol’aanaa ni dhihaata jedhamee […]
…Godaantuu baalleen joobira guddichaa lama badhaafamte… (Mul’ata Yohannis 12: 14)
in Faarfannaa Fi Hog BarruuDn. Gabrasillaasee Shittaahun Durii kaasnee Akaakoo/Akaakayyuu/ koo wajjiin qilxuu mana keenya fuuduratti argamu jala taa’uu jaalanna. Har’as teenyeerra. “Maal taate immoo har’a? Yeroo malee dhuftee nacinaa teese?” naan jedhani. Maqumaaf qofa dullooman jenna malee sagaleen isaanii kanuma dargaggeessaati. Jechoonni afaan isaaniitii bahan miira tasgabbaa’een waan deeggaramaniif dhagahamanii hin quufamani. Anis deebiseen “Waa rakkannaan……” jedhee odoo […]
Haati Waaqa Keenyaa katabbii (barreeffama) Qulqulluu Yaa’iqoob kan biyya Siruugitiin
in TibbanaH.K.H. Roodaas Taaddasa (Dr.) Yaa hunda danda’aa; uummamtoota hundumaa kan baatte osoo taatu jilbi dhala namaa sibaate. Namni iccitii kana dubbatu kamiyyuu ni raata’a, ni hollatas, ni rifata. Akka finnaa (daa’imaa) hammannaa Durbee Maariyaamiin hammatamteetta. Jechoota waa’ee kee ibsaniif afaan dhala namaa itti hanqata. Durbeen xiqqoon (umriin) tokko hunduma nyaachisaa fi burqa jireenya bara baraa […]
Baga Gammaddan!!
in Tibbana“ዮም መስቀል ተሰብሐ፤ ዓለም ተጸውአ፤ ወሰብእ ግዕዘ፡፡ Har’a Fannoon Gooftaa Ulfaate/kabajame; adduynaanis fayyinaaf ni waamame; dhalli namaas bilisa bahe” Yaareed Qulqullichaa Jechi “Fannoo/መስቀል” jedhu Alaqaa Kidaana Waldi Kifleen galmee chechotaa isaanii keessatti fannoo, waan itti fannifaman, gidiraa du’aaf nama geessu jechuu dha jechuun hiikaniiru. (Fuula 883) Fannoo Gooftaa bifa Afuurawaa fi iccitaawaatiin kan addeessan immii […]