Beeksisa

Yaa’ii Afuurawaa Ji’aa kutaa Afaan Oromoo

B.A. Bitooteessa 13/07/2012

Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Olaanaatti Qindeessaa Barnootaa fi Tajaajila Duuka Bu’ummaatti Kutaan Afaan Oromoo ji’a ji’aan jiini seenee Dilbata 2ffaatti Yaa’ii Afuurawaa isiniif qopheessaa turuun isaa ni yaadatama. Maarree ammas isuma kana bu’uura godhachuun gaafa Bitooteessa 13 sa’aatii 7:30 irraa eegalee waan hundaa qopheessee isin eegaa jira. Guyyaa kanas

Faarfannaa

Barumsa Wangeelaa

Og-barruu garaa garaa fi.k.k.f.

qopheessee isin eegaa jira. Maarree isinis maatii fi hiriyoota keessan affeeruun akka hirmaattan isiniin jechaa waamicha kabajaa isiniif dhiyeessina.

Teessoon:– Ammisti Kiiloo Teessoo Paatriyaarikii Kawaala Qulqulleetti Qulqulootaa Maariyaam bira

Iddoo:-  Gamoo Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Olaanaa Darbii 3ffaa

Yeroo: – Sa’atii 7:30 irraa eegalee

Galanni Waaqayyoof haa ta’u.

Waldaa Qulqullootaa