የግቢ ጉባኤያት ተማሪዎቻችን እንኳን በደህና መጣችሁልን!

የተወደዳችሁ በተለያዩ የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የምትማሩ ኦርቶዶክሳውያን ወንድሞቻችንና እህቶቻችን፤ እንኳን ለ2012 ዓ.ም የትምህርት ክፍለ ጊዜአችሁ በሠላም አደረሳችሁ፤ እንኳንም በደህና መጣችሁልን!

ዘመኑ የሰላም፣ የጤና እና የውጤታማነት እንዲሆንላችሁ እየተመኘን መንፈሳዊ መልእክቶቻችንን በተለመዱት ሚዲያዎቻችን (ጉባኤ ቃና፣ ድረ ገጽ http://gibi.eotcmk.org/a/ (አማርኛ) http://gibi.eotcmk.org/ao/ (Afaan Oromoo) እና ፌስ ቡክ https://www.facebook.com/የግቢ-ጉባኤያት-አገልግሎት-ማስተባበሪያ-ገጽ-Gibi-Gubaeyat-Coordination-414397429324567/ ላይክ በማድረግ) እንድትከታተሉ ለመጠቆም እንወዳለን!

ማኅበረ ቅዱሳን፣ የግቢ ጉባኤያት አገልግሎት ማስተባበሪያ
ጥቅምት 05 ቀን 2012 ዓ.ም

Barattootni Yaa’iiwwan Mooraa Baga Nagaan Nuuf Dhuftan!

Dhaabbilee ol’aanoo addaddaa keessaatti barachuuf kan dhuftan ijoolleen Ortodooksii hundi keessan baga bara barnootaa 2012’n isin gahe; baga nagaan nuuf dhuftan!!! Akkuma kanaan duraa ergaalee afuurawoo keenya karaa miidiyaalee keenyaa (Gubaa’ee Qaanaa, Websaayitii http://gibi.eotcmk.org/a/ (አማርኛ) http://gibi.eotcmk.org/ao/ (Afaan Oromoo) fi FB keenya https://www.facebook.com/የግቢ-ጉባኤያት-አገልግሎት-ማስተባበሪያ-ገጽ-Gibi-Gubaeyat-Coordination-414397429324567/ waan isiniif dabarsinuuf LIKE gochuudhaan akka nu hordoftan isin yaadachiisna!

Waldaa Qulqullootaa, Qindeessaa Tajaajila Yaa’iiwwan Mooraa

Onkololeessa 05, B.A 2012

0 replies

Leave a Reply

Want to join the discussion?
Feel free to contribute!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *