• Baga Nagana Dhuftan !

“Mannii Kiristaanaa sanyii fi afaaniin hin qoodamtu” Eebbifamoo Abbaa Gorgooriyoos Angafa Phaaphaasii

                                                Qopheessaan B/sa Taamasgen Zegeyye Afaan hedduu dubbachuun carroomudha. Afaan dhalootaa keenya kan adeemsa uumamaatiin dadhabbii malee arganne dabalataan, afaanonni fedhii fi carraaqqii mataa keenyaatiin dubbannu fedhii, yaadaa fi carraaqqii keenya agarsiisuuf carraa ni qabu. Akkuma Gooftaan keenya Qulqulloonni Duukaabu’onni fi barsisoonni Wangeela har’a jiraan akka Duukaabu’onni Qulqulloonni jedhanitti, “Gara biyya lafaa dhaqaatii uumama hundumaatti […]

“Isin abboota nana! isa jalqabaa jalqabee jiru sana beektaniittuutii isiniif barreessuufan jira. Isin dargaggoota nana! hamaa mootaniittuutii isiniif barreessuufan jira.” (1ffaa Yoh. 2:13)

Barsiisaa Biitawadadi Warquu Qulqulluun Yohaannis “Isin dargaggoota nana! Isa hamaa mootaniittuutii isiniif barreessuufan jira.” jechuudhaan dargaggoota addunyaa hamaa mo’atan ni galateeffata. Kunis addunyaa hamaa keessa jiraachaa hamaa injifachuun jabina Afuurawaa fi injifachuu agarsiisa. Dargaggoonni tokko tokko “Bara dargaggummaarra jiraachaa Qulqulluu ta’uun akkamitti yaaddama? Addumyaarra jiraachaa dhugoomaa ta’uun akkamitti yaalama?” jedhu. Haa ta’u malee, addunyaa hamaarra […]

Ibsa Dhimma yeroo ammaa ilaalchisee Kabajamoo Mummee ministeera Abiy Ahimad (Dr.) ministeerotaa fi miseensota kaabineetiif kennan ilaalchisee Ibsa Qulqulluu Sinodoosii irraa kenname.Guraandhala 24 bara 2015

Maqaa Abbaa, Ilmaa, Afuura Qulqulluu, Waaqa Tokkicha Ameen!! Ibsa gaazexeessummaa Qulqulluu Sinodosii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaatiin kenname Qulqulluun Sinoodosii Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itiyoophiyaa, afuura Qulqulluun gaggeeffamu, Guraandhala 18 bara 2015 yaa’ii taasiseen gocha alsinodoosummaa sarba amantaa, seeraa fi bulchiinsaa Godina Kibba Lixa Shawaa aanaa sooddoo Daaccii mana Kiristaanaa Ba’aala Waldii Haroo keessatti Amajjii […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን