Qorumsain UncategorizedMaggaabee misxir luba Sintaayyoo Abaatee (Awustiraaliyaa) Kutaa 1 Qorumsi bara jireenya keenya keessatti bu’uuruma Amantaa, Sirna, Qannoonaa fi Darbaa darboo Mana Kiristaanaa keenyaatiin imalaa fi sosochii afuuraa taasisnu keessatti balleessaa keenya malee danqaa (galloo), gufuu, gidiraa, ari’atamuu/godaansa yookiin adeemsa keessa nu miidhuu fi nu danquu danda’an amma garuu gaarii fakkaatanii kan nutti muul’atan kanneen qaamolee […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2023-03-23 09:00:492023-03-23 09:10:43Qorumsa
Kiristoos qoqqoodamee jiraayii?in Deebii Gaaffilee KeessaniiKutaa Lama Afaan oromootti kan hiike Taddalaa Waa’ee kabaja ilmaan namootaa barnoonni Mana Kiristaanaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa maal jedhaa? Amaloomni uumamaa ilma namaa tokko akkuma ta’e, kabajni isaas ilmaan namootaa hunduma biratti tokko dha. Wal-qixxummaa fi obbolummaan kabaja amala wal fakkaataa kanaati malee kennaa /badhaasa (arjoomina) yookiin argannoo yookiin hayyama qaamolee siyaasaa miti. Yaadoliin armaan […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Gibi Gubayeat https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Gibi Gubayeat2023-03-15 08:00:442023-03-15 08:00:45Kiristoos qoqqoodamee jiraayii?
Kiristoos qoqqoodamee jiraayii?in Gaaffileewwan deebisaaKutaa tokko Afaan oromootti kan hiike Taddalaa Addunyaan keessa jiraannu komii (wantoota garaa nama hanqatan) fi walitti bu’iinsaan kan guutamtee dha. Qorannoowwan akka mirkaneessanitti walakkaan uummata addunyaa iddoowwan walitti bu’iinsaa keessa kan jiraatanii dha. Amma amma walitti bu’iinsi kun babal’atee yeeroo wayii tokkotti biyyoota tasgabbaa’oo kan jedhaman kan akka biyyoota lixa Awrooppaa osoo hin hafne […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Gibi Gubayeat https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Gibi Gubayeat2023-03-14 12:27:302023-03-14 12:27:31Kiristoos qoqqoodamee jiraayii?
Qorumsa
in UncategorizedMaggaabee misxir luba Sintaayyoo Abaatee (Awustiraaliyaa) Kutaa 1 Qorumsi bara jireenya keenya keessatti bu’uuruma Amantaa, Sirna, Qannoonaa fi Darbaa darboo Mana Kiristaanaa keenyaatiin imalaa fi sosochii afuuraa taasisnu keessatti balleessaa keenya malee danqaa (galloo), gufuu, gidiraa, ari’atamuu/godaansa yookiin adeemsa keessa nu miidhuu fi nu danquu danda’an amma garuu gaarii fakkaatanii kan nutti muul’atan kanneen qaamolee […]
Kiristoos qoqqoodamee jiraayii?
in Deebii Gaaffilee KeessaniiKutaa Lama Afaan oromootti kan hiike Taddalaa Waa’ee kabaja ilmaan namootaa barnoonni Mana Kiristaanaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa maal jedhaa? Amaloomni uumamaa ilma namaa tokko akkuma ta’e, kabajni isaas ilmaan namootaa hunduma biratti tokko dha. Wal-qixxummaa fi obbolummaan kabaja amala wal fakkaataa kanaati malee kennaa /badhaasa (arjoomina) yookiin argannoo yookiin hayyama qaamolee siyaasaa miti. Yaadoliin armaan […]
Kiristoos qoqqoodamee jiraayii?
in Gaaffileewwan deebisaaKutaa tokko Afaan oromootti kan hiike Taddalaa Addunyaan keessa jiraannu komii (wantoota garaa nama hanqatan) fi walitti bu’iinsaan kan guutamtee dha. Qorannoowwan akka mirkaneessanitti walakkaan uummata addunyaa iddoowwan walitti bu’iinsaa keessa kan jiraatanii dha. Amma amma walitti bu’iinsi kun babal’atee yeeroo wayii tokkotti biyyoota tasgabbaa’oo kan jedhaman kan akka biyyoota lixa Awrooppaa osoo hin hafne […]