• Baga Nagana Dhuftan !

CAAMSAA TOKKO YAA`II MOORAA KEENYAAF

Hundeeffama Waldaa Qulqullootaa  waggaa 31ffaa  sababeeffachuun “caamsaa tokkoo yaa`ii mooraa keenyaaf” jecha jedhuun Eebla 28 hanga caamsaa 6/ 2015tti sagantaa garaagaraatiin akka kabajamu  koreen qindeessituu beeksise. Waldaan Qulqullootaa waggoota 31 darbanitti barattoota yaa`ii mooraa lakkoofsaan baay’ee ta`an bu`uura doogmaa, qannoonaa fi darbi-darboo Mana Kiristaanaa Qulqulleetii sirna barnootaa bocee barsiisuun dhaloota beekumsaa fi namuusa gaariin cimsuun  […]

  “Amataadhaan cimaa” (1Qor. 16÷13)

                          Amantaan kennaa ta’uu isaa kan ibsu Kitaaba Qulqulluudha. Gargaartota 72 keessaa tokko kan ta’e Yihuudaa obboleessi Yaa’iqoob ergaa isaatiin “Yaa michootakoo isa waa’ee qooddannuu waa’ee fayyina keenyaa isiniif  barreessuu jaalladhee osoon jiruu Qulqullootaaf amantaa altokkicha raawwatamee  laatamef akka qabsooftan isin gorsaa isiniif barreesuun dirqama anatti ta’e. jechuudhaan dubbata. (Yihu. 1÷14)  Amantaan kennaa Waaqayyoo ta’uu […]

Qorumsa

Maggaabee misxir luba Sintaayyoo Abaatee (Awustiraaliyaa) Kuttaa 2 Yommuu qorumsi nurra gahe maal haa goonu? Qorumsa oogummaa fooniitiin injifachuun hin danda’amu. Ta’us akka Ortoodoksummaa keenyaatti yommuu qorumsi nu qunnamu qorumsicha oogummaa afuuraa kamiin hiikuu akka qabnu tasgabboofnee yaaduu nu barbaachisa. Kadhannaan qorumsa keessaa nama baasa. Gara qorumsaatti akka hin galles nu eega. Kanaaf; Wangeela keessatti […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን