• Baga Nagana Dhuftan !

“Bokkaan Yommuu Roobu warri beela’an ni Quufu” (Qu. Yaareed) 

Akka barsiifata Mana kiristaanaa keenyatti maddi yeedaloo Qulqulluun Yaareed kutaa lee faaruu nuuf hojjateen waggaan iddoo afuritti qoodama. Kunis Birraa, Bona, Arfaasaa fi Ganna jedhamuun beekamu. (sooma digguwaa). Bu’uuruma Kanaan waqtiin amma keessa jirru kuni waqtii Gannaa jedhama. Kunis Waxabajjii 26 hamma Fulbaana 25tti guyyoota jiran hammata. Yeroo kanatti lafti imaanaa kan itti fudhattu, Sanyiiwwan […]

Kana beektuu?

WALDAA QULQULLOOTAA FI YAA`II MOORAA

KUTAA TOKKO Itiyoophiyaan moototaa fi hayyoota  biyyaa fi Mana Kirirstaanaaf dhaabbatan, seenaa fi yaadannoo baraan jiratuu kaa`anii kan darban maqaan isaanii yaadatamaa kan jiraatu baayyee kan horatte dha.  Biyya ijaaruu keessattis ga`een Qulqulleettii Mana Kiristaana ol’aanaa dha. Haa ta`uu malee, ga`ee Manni Kiristaanaa gumachite hunda dagachuun akka boodatti haftuutti lakkaa`uun bara 1966 jalqabee mootummaan raayyawaa […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን