• Baga Nagana Dhuftan !

“Uumama hundumaaf Wangeela lallabaa” (Maar 16:15)

Jecha kana bartoota isaatti kan dubbate Gooftaa keenya qoricha keenya Iyyesuus Kiristoosi dha. Gooftaan keenya, qorichi keenya Iyyesuus Kiristoos du’a, du’a Isaatiin moo’ee erga ka’ee booda yeeroo jalqabaatiif kan mul’ate dafanii halkaniin ka’anii gara iddoo awwaalchaatti deemanii kan turan Maariyamii biyya Magdaliin (Mary Magdalene) fi dubartoota ishee hordofanii deemaniif ture. Gara iddoo awwaalchaa sana yommuu […]

Qormaatawwan barattoota yaa’ii mooraa erga eebbifamanii booda isaan mudatan

B/saa Tamasgan Zagayyatiin Kutaa 2ffaa Kabajamtoota barattoota yaa’ii moorawwanii Sagantaa keenya kutaa jalqabaa keessatti qormaata barattoonni keenya erga eebbifamanii booda isaan mudatu ilaalchisee qabxiilee sadii dhiheessinee turuun keenya ni yaadatama. Isaanis: -akkuma eebbifamaniin hojii qabaachuu dhabuu, tasgabbii dhabuu fi murtoo kennuu dhabuu argineerra. Qabxiileen itti aanan kutaa lama keessatti akka armaan gadiitti dhiyaataniiru. Kiristaanummaan jireenya […]

Qorumsawwan barattoota yaa’iiwwan mooraa eebbaa booda muudatan

B/saa Tamasgan Zagayyatiin Kutaa 1 Qorumsi akkaataa amantii, sirna, qannoonaa fi darbii darboo Mana Kiristaanaa keenyaatti imala Afuuraa taasifnu keessatti kaayyoo keenya gufachiisuuf qaamolee fi kallattiiwwan gara garaa irraa danqaawwan yookiin gufuuwwan nu muudatanii dha. Qorumsi kallattii fi naannawa kamirraayyuu yookiin sababa kamiinuu yoo dhufes keessa isaatti kaayyoo qabaata. Qulqulluun Yaaqoob “Namni qorumsa obsu (cimee […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን