Fedha/hayyama Waaqayyooin UncategorizedFedha/hayyama Waaqayyoo Kuta Lama B/sa Tarbinoos Tolasaatiin Hiikaa:- Tadalaa (Baale) Namni gara addunyaa Kiristaanummaatti yommuu seenu /dhufu/ fedha ofii ofirraa buusee fedha Gooftaa isaa baattatee gara Qaraaniyootti imalaa jiraata. Akka miiraa fi fedha nama dhuunfaatiin Qaraaniyoo hin ga’amu. Fayyisaan addunyaa Kiristoos dargaggoo sanaan “gara jireenyaatti seenuu yoo barbaadde abboommii eegi… waan qabdu gurguriitii hiyyeessotaaf kenni” […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2023-12-08 12:53:162023-12-08 12:53:17Fedha/hayyama Waaqayyoo
Turtii eebbifamtoota Ortodoksoota dhaabbilee barnoota Olaanoo wajjinin UncategorizedIndaalee Damsisiin “Barnoota koo milkaa’inaan akkan xumuruuf kan na gargaare yaa’ii mooraati” (Dn. Asaffaa Ayyaaleew) Keessummaan kutaa sadaffaa keenya kolleejii dhuunfaa Misraaqe-Giyoonitti muummee barnootaa Narsiitiin kan eebbifame Dn. Asaffaa Ayyaaleew dha. Dn. Asaffaan kolleejii dhuunfaa Misraaqe-Giyoon Daseetti argamutti muummee barnootaa Narsiitiin sadii tuqaa sagal-torba (3.97) fiduudhaan fi qabxii olaanaa galmeessuudhaan badhaafamaa geebaa fi meedaliyaa ta’uu […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2023-08-16 09:22:202023-08-16 09:22:22Turtii eebbifamtoota Ortodoksoota dhaabbilee barnoota Olaanoo wajjin
Turtii eebbifamtoota Ortodooksoota dhaabbilee barnoota olaanoo wajjinin Uncategorized“Yaa’iin mooraa osoo hin jiraannee fi gara Mana Kiristaanaa osoo deddeebi’uu baannee addunyaa keessatti badneeni hafna turre” (Dr. Mintasinoot Mangistuu) Indaalee Damsisiin Kabajamtoota hordoftoota toora interneetii waldaa Qulqullootaa tajaajila qindeessaa yaa’iiwwan mooraa: mata-duree (Turtii eebbifamtoota Ortodooksoota dhaabbilee barnoota olaanoo wajjin) jedhuun kutaa tokkoffaa keessatti qophii keenyaan yaa’ii mooraa Yuunivarsiitii Boongaa keessaa eebbifamtoota Yuunivarsiiticha hundumaa keessaa […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2023-08-07 14:50:462023-08-07 14:50:47Turtii eebbifamtoota Ortodooksoota dhaabbilee barnoota olaanoo wajjin
Fedha/hayyama Waaqayyoo
in UncategorizedFedha/hayyama Waaqayyoo Kuta Lama B/sa Tarbinoos Tolasaatiin Hiikaa:- Tadalaa (Baale) Namni gara addunyaa Kiristaanummaatti yommuu seenu /dhufu/ fedha ofii ofirraa buusee fedha Gooftaa isaa baattatee gara Qaraaniyootti imalaa jiraata. Akka miiraa fi fedha nama dhuunfaatiin Qaraaniyoo hin ga’amu. Fayyisaan addunyaa Kiristoos dargaggoo sanaan “gara jireenyaatti seenuu yoo barbaadde abboommii eegi… waan qabdu gurguriitii hiyyeessotaaf kenni” […]
Turtii eebbifamtoota Ortodoksoota dhaabbilee barnoota Olaanoo wajjin
in UncategorizedIndaalee Damsisiin “Barnoota koo milkaa’inaan akkan xumuruuf kan na gargaare yaa’ii mooraati” (Dn. Asaffaa Ayyaaleew) Keessummaan kutaa sadaffaa keenya kolleejii dhuunfaa Misraaqe-Giyoonitti muummee barnootaa Narsiitiin kan eebbifame Dn. Asaffaa Ayyaaleew dha. Dn. Asaffaan kolleejii dhuunfaa Misraaqe-Giyoon Daseetti argamutti muummee barnootaa Narsiitiin sadii tuqaa sagal-torba (3.97) fiduudhaan fi qabxii olaanaa galmeessuudhaan badhaafamaa geebaa fi meedaliyaa ta’uu […]
Turtii eebbifamtoota Ortodooksoota dhaabbilee barnoota olaanoo wajjin
in Uncategorized“Yaa’iin mooraa osoo hin jiraannee fi gara Mana Kiristaanaa osoo deddeebi’uu baannee addunyaa keessatti badneeni hafna turre” (Dr. Mintasinoot Mangistuu) Indaalee Damsisiin Kabajamtoota hordoftoota toora interneetii waldaa Qulqullootaa tajaajila qindeessaa yaa’iiwwan mooraa: mata-duree (Turtii eebbifamtoota Ortodooksoota dhaabbilee barnoota olaanoo wajjin) jedhuun kutaa tokkoffaa keessatti qophii keenyaan yaa’ii mooraa Yuunivarsiitii Boongaa keessaa eebbifamtoota Yuunivarsiiticha hundumaa keessaa […]