“Obsa uffadhaa/goonfadhaa!” (Qol 3:12)in UncategorizedObsi jireenya Kiristaanummaa keessatti gahee guddaa qaba. Obsuu qabeenya goddachuun Kiristaana irraa kan eeggamuu fi firiiwwan Afuuraawaaf ibsituu naamusa gaarii kan ta’an keessaa isa tokko dha. “Firiiwwan Afuuraawaa immoo jaalala, gammachuu, obsa, nagaa, gaarummaa, arjummaa, amantii, faayalessummaa fi qulqullummaa dha” akkuma jedhu (Gal 5:22). Obsi raawwii keessatti gidiraan akka jiru hubachuudhaaf ni barbaachisa. Gidiraan si […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2024-11-05 08:10:032024-11-05 08:10:04“Obsa uffadhaa/goonfadhaa!” (Qol 3:12)
Waggaa Haaraa Fi Yaa’iiwwan Mooraain UncategorizedWaggaa Haaraa Fi Yaa’iiwwan Mooraa B.A. Onko. 29/2017 Indaala Damsisiin Eebbaawwan Waaqayyo ilmaan namootaatiif kenne keessaa waqtiileen yeroowwan isaanii eeggatanii wal jijjiiran isaan tokko ta’aanii argamu. Raajaan Waaqayyoo Qulqulluun Daawit Faaruu isaatiin, “Arjummaa keetiin waggaa gonfita” (Faar. 64:11) akkuma jedhu, waqtiilee bonaa, kan arfaasaafi waqtiilee gannaa wal-jijjiiree, birraan ammoo abaabolee garaagaraa magaariisaa, yeroo isheen itti […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2024-10-25 11:26:142024-10-25 11:26:15Waggaa Haaraa Fi Yaa’iiwwan Mooraa
Fedha/hayyama Waaqayyooin UncategorizedFedha/hayyama Waaqayyoo Kuta Tokko B/sa Tarbinoos Tolasaatiin Hiikaa:- Tadalaa (Baale) Ilmi namaa kennaa tokko qofaan hin daanga’u. Kennaan tokko kophaa isaa kennuun Waaqayyoo fudhachuu ilma namaa daran ibsa malee imala gara Mootummaa samiitti taasifamuuf dhimma ijoo hin ta’u. Isa kana ilaaluuf bara Kakuu Duraa keessa uummanni Israa’eel imala gara lafa abdii isaaniitti taasisan ilaaluun gahaa […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2023-12-08 13:10:582023-12-08 13:11:00Fedha/hayyama Waaqayyoo
“Obsa uffadhaa/goonfadhaa!” (Qol 3:12)
in UncategorizedObsi jireenya Kiristaanummaa keessatti gahee guddaa qaba. Obsuu qabeenya goddachuun Kiristaana irraa kan eeggamuu fi firiiwwan Afuuraawaaf ibsituu naamusa gaarii kan ta’an keessaa isa tokko dha. “Firiiwwan Afuuraawaa immoo jaalala, gammachuu, obsa, nagaa, gaarummaa, arjummaa, amantii, faayalessummaa fi qulqullummaa dha” akkuma jedhu (Gal 5:22). Obsi raawwii keessatti gidiraan akka jiru hubachuudhaaf ni barbaachisa. Gidiraan si […]
Waggaa Haaraa Fi Yaa’iiwwan Mooraa
in UncategorizedWaggaa Haaraa Fi Yaa’iiwwan Mooraa B.A. Onko. 29/2017 Indaala Damsisiin Eebbaawwan Waaqayyo ilmaan namootaatiif kenne keessaa waqtiileen yeroowwan isaanii eeggatanii wal jijjiiran isaan tokko ta’aanii argamu. Raajaan Waaqayyoo Qulqulluun Daawit Faaruu isaatiin, “Arjummaa keetiin waggaa gonfita” (Faar. 64:11) akkuma jedhu, waqtiilee bonaa, kan arfaasaafi waqtiilee gannaa wal-jijjiiree, birraan ammoo abaabolee garaagaraa magaariisaa, yeroo isheen itti […]
Fedha/hayyama Waaqayyoo
in UncategorizedFedha/hayyama Waaqayyoo Kuta Tokko B/sa Tarbinoos Tolasaatiin Hiikaa:- Tadalaa (Baale) Ilmi namaa kennaa tokko qofaan hin daanga’u. Kennaan tokko kophaa isaa kennuun Waaqayyoo fudhachuu ilma namaa daran ibsa malee imala gara Mootummaa samiitti taasifamuuf dhimma ijoo hin ta’u. Isa kana ilaaluuf bara Kakuu Duraa keessa uummanni Israa’eel imala gara lafa abdii isaaniitti taasisan ilaaluun gahaa […]