Soomni madaa lubbuu ni fayyisain UncategorizedKutaa Tokkoffaa Dn. Mabraatuu Sintaayahu (Wiirtuu Adaamaa irraa) Sooma jechuun jaalala Waaqayyoof jecha waan qaama namaa gammachiisuu fi nama haawwachiisu hunda dhiisanii, of to’achuu fi gammachuu biyya lafaa irraa argamu ganuudhaan Waaqayyoon duukaa bu’uu jechuudha. Soomni meeshaa waraana hafuurawaa fi to’annaa fooniiti, hojii badaa hundumaa irraa of qusachuudhaan. Eebba hafuurawaa argachuun abboommii Waaqayyoof of gadi […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2025-03-18 09:45:062025-03-18 09:49:22Soomni madaa lubbuu ni fayyisa
“Daa’imni nuuf dhalateera’’ (Isaay.9:6)in UncategorizedD/n Tewoodroos Isaayyas (Baddallee) Gudunfaa uumamtootaa ta’ee Jimaata ganama isaa harka Waaqayyoon bocamee kan uumame namni jalaqabaa Addaam iddoo gammachuu Gannata keessatti cubbuu raawwate Addaam lammaffaan (1Qor. 15:45) akka dhalatu sababa ta’eera. “Bu’aan cubbuu du’a dha” Qulqulluun Phaawuloos akkuma jedhe, Addaam abboommii Waaqayyoo daddarbee argamuu isaatiin cubbuu gara amala isaa lixeen du’aan boji’ame. (Room. 6:23) […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2025-01-28 12:12:222025-01-28 12:12:54“Daa’imni nuuf dhalateera’’ (Isaay.9:6)
‘‘Dhagna /foon keessan isa du’u irratti cubbuu hin moosisinaa’’ (Room. 6፥12)in UncategorizedJechi cubbuu jedhu goch-ibsa cubbame (ኀጥ dhabe) jedhu irraa kan ba’e yommuu ta’u hiikti isaas:- dhabuu, irraa mulq amuu, irraa fudhatamuu jechuu dha. Addaam abbaan keenya waggoota torbaaf gannata keessatti uumamtoota bulchuudhaanii fi abboomuudhaan badhaadhinaa fi gammachuudhaan yammuu jiraaatu, gorsa seexanaatiin sossobamee biqiltuu balasii hin nyaatin jedhame ni nyaate, cubbuu of irratti moosise/aangesse, abboomii Waaqayyoos […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2024-11-26 14:49:032024-11-26 14:53:38‘‘Dhagna /foon keessan isa du’u irratti cubbuu hin moosisinaa’’ (Room. 6፥12)
Soomni madaa lubbuu ni fayyisa
in UncategorizedKutaa Tokkoffaa Dn. Mabraatuu Sintaayahu (Wiirtuu Adaamaa irraa) Sooma jechuun jaalala Waaqayyoof jecha waan qaama namaa gammachiisuu fi nama haawwachiisu hunda dhiisanii, of to’achuu fi gammachuu biyya lafaa irraa argamu ganuudhaan Waaqayyoon duukaa bu’uu jechuudha. Soomni meeshaa waraana hafuurawaa fi to’annaa fooniiti, hojii badaa hundumaa irraa of qusachuudhaan. Eebba hafuurawaa argachuun abboommii Waaqayyoof of gadi […]
“Daa’imni nuuf dhalateera’’ (Isaay.9:6)
in UncategorizedD/n Tewoodroos Isaayyas (Baddallee) Gudunfaa uumamtootaa ta’ee Jimaata ganama isaa harka Waaqayyoon bocamee kan uumame namni jalaqabaa Addaam iddoo gammachuu Gannata keessatti cubbuu raawwate Addaam lammaffaan (1Qor. 15:45) akka dhalatu sababa ta’eera. “Bu’aan cubbuu du’a dha” Qulqulluun Phaawuloos akkuma jedhe, Addaam abboommii Waaqayyoo daddarbee argamuu isaatiin cubbuu gara amala isaa lixeen du’aan boji’ame. (Room. 6:23) […]
‘‘Dhagna /foon keessan isa du’u irratti cubbuu hin moosisinaa’’ (Room. 6፥12)
in UncategorizedJechi cubbuu jedhu goch-ibsa cubbame (ኀጥ dhabe) jedhu irraa kan ba’e yommuu ta’u hiikti isaas:- dhabuu, irraa mulq amuu, irraa fudhatamuu jechuu dha. Addaam abbaan keenya waggoota torbaaf gannata keessatti uumamtoota bulchuudhaanii fi abboomuudhaan badhaadhinaa fi gammachuudhaan yammuu jiraaatu, gorsa seexanaatiin sossobamee biqiltuu balasii hin nyaatin jedhame ni nyaate, cubbuu of irratti moosise/aangesse, abboomii Waaqayyoos […]