• Baga Nagana Dhuftan !

Nageenyaaf, nagaan haa hojjennu!

Lammessaa Guuttataa Har’a biyya keenya keessatti kanneen nageenya booressan rakkoolleen hedduun kan jiran yommuu ta’an isaan keessaa:- seenaalee dogoggora haasa’uu, gartummaa uumuu, mankaraarsummaa dinagdee, mankaraarsummaa amantaa, mankaraarsummaa siyyaasaa fi barbaacha fiixee aangoo, addaa addumaa yaadaa waliif kabajuu dhiisuu, wal-dhaggeeffachuu dhiisuu, walii galuu dhabuu, sabummaan qarqaratti bahe ta’uu, sanyummaan, dheebuun aangoo kanneen gurguddoo fa’adha. Angafoonni fakkeenya […]

‹‹Nageenya Kanneen Barbaadan Nageenya Raawwatu!››

Lammessaa Guuttataa “Isin keessaa ogeessii fi hubataan eenyudha? Haala jireenyaa qajeelummaa isaatiin hojii isaa ogummaa garraamummaatiin haa argisiisu. Garuu inaaffaa hadhaa’aa fi gartummaan laphee keessan keessa yoo jiraate itti hin amaniinaa, dhugaa irrattis hin sobiinaa. Ogummaan akkasii samiirraa kan bu’u miti, garuu kan dacheeti, kan fooniti, kan seexanaatis, bakka inaaffaa fi gartummaan jirutti holollii fi […]

Barattootni Yaa’iiwwan Mooraa Baga Nagaan Nuuf Dhuftan!

Dhaabbilee ol’aanoo addaddaa keessaatti barachuuf kan dhuftan ijoolleen Ortodooksii hundi keessan baga bara barnootaa 2012’n isin gahe; baga nagaan nuuf dhuftan!!! Akkuma kanaan duraa ergaalee afuurawoo keenya karaa miidiyaalee keenyaa (Gubaa’ee Qaanaa, Websaayitii http://gibi.eotcmk.org/a/ (አማርኛ) http://gibi.eotcmk.org/ao/ (Afaan Oromoo) fi FB keenya https://www.facebook.com/የግቢ-ጉባኤያት-አገልግሎት-ማስተባበሪያ-ገጽ-Gibi-Gubaeyat-Coordination-414397429324567/ waan isiniif dabarsinuuf LIKE gochuudhaan akka nu hordoftan isin yaadachiisna! Waldaa Qulqullootaa, Qindeessaa […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን