• Baga Nagana Dhuftan !

Hundeeffama waldichaa

Yeroo haala hundeeffama Waldaa Qulqullootaa kaasnu barichi bara sirni komiwnizimii fi ilaachi isaa itti leelisamu; maqaa Waaqayyoo dha’uun rakkisaa kan itti ta’ee fi gara Mana Waaqayyoo deemuun akka boodatti haafummaatti bara itti lakkaa’mu ture. Barri 1977. Keessattuu barattoota manneene barumsa ol’aanaa baratan biratti sagalee Waaqayyoo ifatti waliin dubbachuunis ta’e dhageeffachuun yeroo itti hin-yaadamne ture. Baroota […]

Dargaggootaa fi Jireenya Qulqullummaa

Lammessaa Guuttataa Kitaaba Qulqulluu keessatti akkuma keenya dargaggoota ta’anii cubbuu mo’atanii kan jiraatan kanneen gonfoo Qulqullinaatiif gahan dargaggoota baay’ee fakkeenyummaadhaaf kaasuu ni dandeenya. Bara Qulqullummaa isaaniitti bilisummaan amantaa hin turre. Waaqayyoon waaqessuun, galateeffachuun, Isaaf bitamuun hin danda’amu ture. Seeraan kan dhorkamee fi kan daangeffame waan tureef Isa waaqeffatee, galateeffatee, Isaaf jilbeenfatee kan argame hunduu ni […]

Qulqullummaa

Lammessaa Guuttataa Jechi Qulqullummaa jedhu, qulqulleessee, Waaqayyoof adda ta’uu, eebbifamuu, kabajamuu, ol ol qabuu, cubbuu irraa foo’amuu, adda baa’uu, Waaqayyoof of kennuu, filatamuu, qabeenya Waaqayyoo of taasisuu, hiika jedhu nuuf kenna. Abbaan burqaa Qulqulummaa fi bu’uurri Qulqullummaa Waaqayyo yommuu ta’u Qulqullummaan Isaas amala qabeenyummaa Isaati. Kana irratti dabalataan kanneen biroon fakkenyaaf Namni, Guyyoonni, Meeshaaleen, Iddoowwan, […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን