Itti fayyadama miidiyaalee hawaasummain UncategorizedDr Maagarssaa Miidiyaaleen hawaasumma ragaalee dhugaas ta`e sobaa barreeffamaan, sagaleen, warabbii suursagaleen uummataaf kan ittin raabsamu meeshaa walqunnamtiiti. Ta`us, namni tokko miidiyaalee hawaasumma yeroo fayyadamu; isa sobaan akka hin miidhamne, isa dhugaa ta`etti mmoo akka fayyadamuuf; dhugaa soba irraa adda baasuuf calaltuu ykn safartuu qabaachuu qaba. Waanti barreeffame ykn argamee fi dhaga`ame hunduu dhugaa mitihoo. […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2022-02-28 07:29:132022-02-28 07:29:14Itti fayyadama miidiyaalee hawaasumma
Yaa’ii mooraatiifii itti fayyadama yerooin UncategorizedWaaqayyo ilman namaatiif akka itti fayyadamanuuf kennaa kenne kessaa tokko yeroodha. Hunduma sirnaan qopheesseeraatii kennaa isaaf seeraan qabachuu fii itti gaafatamummaadhaan fayyadamuun immoo ilmaan namaa irraa kan eegamuudha. “Hojii inni hojjete yeroo isaatti gaariidha” (k/lallabaa 3:11). Yeroon dhaabbatee nu hin eegu: sakoondiin gara daqiiqaatti, daqiiqaan gara yerootti, yeroon gara guyyaatti, guyyootiin, gara torbeetii torbeewwan gara […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2021-12-08 08:14:552021-12-08 08:14:55Yaa’ii mooraatiifii itti fayyadama yeroo
Guyyoonni haamaa waan taa’ aaniif Baricha Bitaa. (Efe,5;16)in UncategorizedBara haaraatti ce’uuf hundi keenya qophiitti jirra, baay’een keenya garuu kam dhiifne kam qabanne akka ceenuu hin beeknu. Tarii warreen hubannoo qaban(qalbeeffatan) beekuu ta’a. kunis yeroo jedhamu bara darbee hojii hojjetan keessaa kana boodaatti kan isaan harkisee fi gocha haamaa barichaa wajjiin kan isaan waldhabsisan dhiisani gocha gaggaarii fuulduratti akka tarkaanfatani isaan taasisee fi barichaa […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2021-09-22 08:14:472021-09-22 08:14:47Guyyoonni haamaa waan taa’ aaniif Baricha Bitaa. (Efe,5;16)
Itti fayyadama miidiyaalee hawaasumma
in UncategorizedDr Maagarssaa Miidiyaaleen hawaasumma ragaalee dhugaas ta`e sobaa barreeffamaan, sagaleen, warabbii suursagaleen uummataaf kan ittin raabsamu meeshaa walqunnamtiiti. Ta`us, namni tokko miidiyaalee hawaasumma yeroo fayyadamu; isa sobaan akka hin miidhamne, isa dhugaa ta`etti mmoo akka fayyadamuuf; dhugaa soba irraa adda baasuuf calaltuu ykn safartuu qabaachuu qaba. Waanti barreeffame ykn argamee fi dhaga`ame hunduu dhugaa mitihoo. […]
Yaa’ii mooraatiifii itti fayyadama yeroo
in UncategorizedWaaqayyo ilman namaatiif akka itti fayyadamanuuf kennaa kenne kessaa tokko yeroodha. Hunduma sirnaan qopheesseeraatii kennaa isaaf seeraan qabachuu fii itti gaafatamummaadhaan fayyadamuun immoo ilmaan namaa irraa kan eegamuudha. “Hojii inni hojjete yeroo isaatti gaariidha” (k/lallabaa 3:11). Yeroon dhaabbatee nu hin eegu: sakoondiin gara daqiiqaatti, daqiiqaan gara yerootti, yeroon gara guyyaatti, guyyootiin, gara torbeetii torbeewwan gara […]
Guyyoonni haamaa waan taa’ aaniif Baricha Bitaa. (Efe,5;16)
in UncategorizedBara haaraatti ce’uuf hundi keenya qophiitti jirra, baay’een keenya garuu kam dhiifne kam qabanne akka ceenuu hin beeknu. Tarii warreen hubannoo qaban(qalbeeffatan) beekuu ta’a. kunis yeroo jedhamu bara darbee hojii hojjetan keessaa kana boodaatti kan isaan harkisee fi gocha haamaa barichaa wajjiin kan isaan waldhabsisan dhiisani gocha gaggaarii fuulduratti akka tarkaanfatani isaan taasisee fi barichaa […]