• Baga Nagana Dhuftan !

SOOMA/LAGUU

Itti fayyadama miidiyaalee hawaasumma

Dr Maagarssaa Miidiyaaleen hawaasumma ragaalee dhugaas ta`e sobaa barreeffamaan, sagaleen, warabbii suursagaleen uummataaf kan ittin raabsamu meeshaa walqunnamtiiti. Ta`us, namni tokko miidiyaalee hawaasumma yeroo fayyadamu; isa sobaan akka hin miidhamne, isa dhugaa ta`etti mmoo akka fayyadamuuf; dhugaa soba irraa adda baasuuf calaltuu ykn safartuu qabaachuu qaba. Waanti barreeffame ykn argamee fi dhaga`ame hunduu dhugaa mitihoo. […]

Yaa’ii mooraatiifii itti fayyadama yeroo

Waaqayyo ilman namaatiif akka itti fayyadamanuuf kennaa kenne kessaa tokko yeroodha.  Hunduma sirnaan qopheesseeraatii kennaa isaaf seeraan qabachuu fii itti gaafatamummaadhaan fayyadamuun immoo ilmaan namaa irraa kan eegamuudha. “Hojii inni hojjete yeroo isaatti gaariidha” (k/lallabaa 3:11). Yeroon dhaabbatee nu hin eegu: sakoondiin gara daqiiqaatti, daqiiqaan gara yerootti, yeroon gara guyyaatti, guyyootiin, gara torbeetii torbeewwan gara […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን