”Ogummaa Keetitti Hin Hirkatin” (Kitaaba Fakkeenyaa. 3፥5)in Uncategorized Barsiisaa Bitiwadadi Warquu Bara dardarrummaa keenyatti dhimmoota baay’ee ittiin rakkannu keessaa tokko beekaa of taasisanii yaaduu dha. Kunis rakkoo ogummaa ofiitti hirkachuu keessaa isa tokkoo dha. Rakkoo uumamuu fi rakkoo uumamuuf jiruuf ”kan akkana ta’eef, waan akkana ta’eefi, sababa kanaaf akkana ta’uufi, akka kana kan jedheef, kanaaf natti fakkaata” jechuudhaan beekaa taasisanii of dhiyeessuun […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Gibi Gubayeat https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Gibi Gubayeat2023-02-01 08:59:562023-02-01 08:59:57”Ogummaa Keetitti Hin Hirkatin” (Kitaaba Fakkeenyaa. 3፥5)
Dhaloota Kiristoosin Uncategorized Barsiisaa Betire Maariyaam Ababaawu/barsiisaa hiikkaa Fitihaa Nagastii/Haqa Mootii/ Dhalli namaa bilisummaa isaatti fayyadamee muka balas hin nyaatin jedhame nyaatee ofii isaa irratti du’a labse. Waaqayyoo irraas adda ba’e (S.Uum. 2:17). Dhiifamni hojii amalummaa isaa kan ta’e Waaqayyoos namni du’ee akka hafu hin taasisne. Ilmoo Ilmoo isaa irraa dhalatee akka isa fayyisu waadaa kenneef. Waaqayyoon […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Gibi Gubayeat https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Gibi Gubayeat2023-02-01 08:47:282023-02-01 08:53:55Dhaloota Kiristoos
“Kan Duraa Caalatti Tattafadha” (2phex 1:8)in Uncategorized Jecha kana kan dubbate hangafa Duuka Bu’ootaa Qulqulluu Pheexirosi dha. Jecha kanas kan argannu Immoo 2ffaa phex. 1:8 irratti dha. Dubbisni isaa guutuu akkas jedha “sababa kanaaf tattaffii hundumaa agarsiisaa amantii keessan irratti gaarummaa dabalaa; gaarummaan irratti beekumsa, beekums irratti of tooa’chu, of tooa’chuu irratti jabina, jabina irratti Waaqayyoo fakkaachuu, Waaqayyoo fakkaachuu irratti jaalala obbolumaa, […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2022-12-06 06:58:132022-12-06 06:58:14“Kan Duraa Caalatti Tattafadha” (2phex 1:8)
”Ogummaa Keetitti Hin Hirkatin” (Kitaaba Fakkeenyaa. 3፥5)
in UncategorizedBarsiisaa Bitiwadadi Warquu Bara dardarrummaa keenyatti dhimmoota baay’ee ittiin rakkannu keessaa tokko beekaa of taasisanii yaaduu dha. Kunis rakkoo ogummaa ofiitti hirkachuu keessaa isa tokkoo dha. Rakkoo uumamuu fi rakkoo uumamuuf jiruuf ”kan akkana ta’eef, waan akkana ta’eefi, sababa kanaaf akkana ta’uufi, akka kana kan jedheef, kanaaf natti fakkaata” jechuudhaan beekaa taasisanii of dhiyeessuun […]
Dhaloota Kiristoos
in UncategorizedBarsiisaa Betire Maariyaam Ababaawu/barsiisaa hiikkaa Fitihaa Nagastii/Haqa Mootii/ Dhalli namaa bilisummaa isaatti fayyadamee muka balas hin nyaatin jedhame nyaatee ofii isaa irratti du’a labse. Waaqayyoo irraas adda ba’e (S.Uum. 2:17). Dhiifamni hojii amalummaa isaa kan ta’e Waaqayyoos namni du’ee akka hafu hin taasisne. Ilmoo Ilmoo isaa irraa dhalatee akka isa fayyisu waadaa kenneef. Waaqayyoon […]
“Kan Duraa Caalatti Tattafadha” (2phex 1:8)
in UncategorizedJecha kana kan dubbate hangafa Duuka Bu’ootaa Qulqulluu Pheexirosi dha. Jecha kanas kan argannu Immoo 2ffaa phex. 1:8 irratti dha. Dubbisni isaa guutuu akkas jedha “sababa kanaaf tattaffii hundumaa agarsiisaa amantii keessan irratti gaarummaa dabalaa; gaarummaan irratti beekumsa, beekums irratti of tooa’chu, of tooa’chuu irratti jabina, jabina irratti Waaqayyoo fakkaachuu, Waaqayyoo fakkaachuu irratti jaalala obbolumaa, […]