{"id":4190,"date":"2023-05-11T10:09:50","date_gmt":"2023-05-11T10:09:50","guid":{"rendered":"https:\/\/gibi.eotcmk.org\/ao\/?p=4190"},"modified":"2023-05-11T10:09:52","modified_gmt":"2023-05-11T10:09:52","slug":"kana-beektuu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/kana-beektuu\/","title":{"rendered":"<strong>Kana beektuu?<\/strong>"},"content":{"rendered":"\n<p><\/p>\n\n\n\n<ul>\n<li>Mana Kiristaanaa Ortoodoksii Tewaahidoo Itoophiyaatti manneen barnootaa dilbataatti barachaa kan turan barattoota dhaabbilee barnootaa olaanoo Matseetiin eebbaa (hard cophy) isheen jalqabaa bara 1986 B.A qophaa\u2019e.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Jalaqaba seeminaarri bakka bu\u2019oota yaa\u2019iiwwan mooraa ruraandhala 13-14 bara 1991 geggeeffame.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Gubaa\u2019ee qaanaa isheen jalqabaa gaazexaa lakkoofsi 1 guraandhala 2000 B.A maxxanfamuu isheefi gatiin ishees qarshii 1fi saantima 25 kan ture yommuu ta\u2019u baayinni fuula isaas 8 ture.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Waldaan Qulqullootaa Yaa\u2019iiwwan mooraa biya keessa 429 fi &nbsp;&nbsp;biyya alaatti 23 barsiisaa jira.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Biyya keessatti Yaa\u2019iiwwan mooraa mirkana\u2019an 286 biyya alaatti 17 akkasumas Yaa\u2019iiwwan mooraa biyya keessa hordoffii irra kan jiranu 145 biyya alaatti 6 tu argamu.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Waldaan Qulqullootaa waliigalatti Yaa\u2019iiwwan mooraa 431 (biyya keessaafi biyya alaatti) barsiisaa jiraachuu isaa beektuu?<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Barnootni Yaa\u2019ii Mooraa inni jalqabaa (course) kitaabni ittiin barsiifamu inni duraa qophiin isaa kan jalqabame bara 1996 B.A ture. Sirna barnootaa bocameen (carricullum) keessaa 22 barnoota walitti aanu qopheessuudhaan barattoota dhaabilee barnootaa olaanaa barsiisuu itti fufe.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Bara 2005 B.A sirna barnootichaa ilaaluun sirreessuudhaan gara gosa 11 tti gadi butee amma yoonaatti Amantoota Ortoodoksii Tewaahidoo barnoota dhaabbilee barnootaa olaanoo keessa jiranu barsiisuu irratti argama.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Bara 2011 B.A waggoota jiranutti matseetiin eebbaa maxxansa waraqaa irraa gara teeknooloojiidhaan deggaramu gara dijitaalaatti akka jijjiiramu waliigaltee irra ga\u2019amuufi bara 2012 B.A irraa eegalee guutumatti gara diijitaalaatti jijjiirame.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Waldichi bara 1991 B.A waqtii gannaatti barsiisota bakka bu\u2019iinsaaf Afaan Amaaraan leenjii kennuu yommuu eegalu, bara 1997 B.A irraa eegalee Afaan Oromootiin kennuu itti fufe. Yeroo ammaatti barsiisota Afaan&nbsp; oromootiin barsiisanu oomishuu danda\u2019eera.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Waldaan Qulqullootaa Guraandhala 2000 B.A irraa eegalee keessumatti barattoota Yaa\u2019ii mooraaf \u201cGUbaa\u2019ee Qaanaa\u201d matseetii jedhamu ji\u2019a sadiin Afaan Amaaraan kan qophaa\u2019e gara Afaan Oromootti hiikamee tamsaasa eegale.<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<ul>\n<li>Waldichi barnoota mana Kiristaanaa barssisee eebba Abbootaatiin kan eebisiisu barattootni Ortoodoksii guutummaa biyya keessaa dhufanu irraa kan ba\u2019an Affan 80 ol kan dubbatanu ta\u2019anus naannoo Oromiyaa irraa barattootni dhufanu Amantaa isaaniitti akka cimanu dhiibbaa qaamolee adda addaa irraa isaan irra ga\u2019u akka baachuu danda\u2019anu yaaduudhaan matseetiin hundumaaf maxxanfamu haala addaan Afaan Oromootiin akka maxxanfamu godhamuu isaa beektuu?<\/li>\n<\/ul>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"","protected":false},"author":9,"featured_media":0,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4190"}],"collection":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/9"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4190"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4190\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4191,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4190\/revisions\/4191"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4190"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4190"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4190"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}