{"id":4030,"date":"2021-06-24T13:20:13","date_gmt":"2021-06-24T13:20:13","guid":{"rendered":"http:\/\/gibi.eotcmk.org\/ao\/?p=4030"},"modified":"2021-06-24T13:23:08","modified_gmt":"2021-06-24T13:23:08","slug":"hundeeffama-waldichaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/hundeeffama-waldichaa\/","title":{"rendered":"Hundeeffama waldichaa"},"content":{"rendered":"<p style=\"text-align: justify\">Yeroo haala hundeeffama Waldaa Qulqullootaa kaasnu barichi bara sirni komiwnizimii fi ilaachi isaa itti leelisamu; maqaa Waaqayyoo dha\u2019uun rakkisaa kan itti ta\u2019ee fi gara Mana Waaqayyoo deemuun akka boodatti haafummaatti bara itti lakkaa\u2019mu ture. Barri 1977. Keessattuu barattoota manneene barumsa ol\u2019aanaa baratan biratti sagalee Waaqayyoo ifatti waliin dubbachuunis ta\u2019e dhageeffachuun yeroo itti hin-yaadamne ture. Baroota darbanitti keessattuu bara Mooticha Hayila Sillaasee kolleejjota Yunivarsitii akka barsiisaniif biyyoota Awuroppaa irraa kan dhufan misiyoononni barumsa shakkii isaanii facaasaa kan turan manneen barumsa ol\u2019aanootti ture. Bu\u2019uuruma Kanaan barri sun dhalooti yeroo Sanaa kallattii adda addaatiin barumsa shakkii misiyoonotaatiinii fi ilaalcha kominizimii tiin butamee amantii Ortodoksii irraa kan godaane ture.<\/p>\n<p style=\"text-align: justify\">(Guutuu isaa duuisuuf liinkii kana cuqaasaa).<\/p>\n<p style=\"text-align: justify\"><a href=\"http:\/\/gibi.eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/oromifa-brochere-1.pdf\">oromifa brochere 1<\/a><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Yeroo haala hundeeffama Waldaa Qulqullootaa kaasnu barichi bara sirni komiwnizimii fi ilaachi isaa itti leelisamu; maqaa Waaqayyoo dha\u2019uun rakkisaa kan itti ta\u2019ee fi gara Mana Waaqayyoo deemuun akka boodatti haafummaatti bara itti lakkaa\u2019mu ture. Barri 1977. Keessattuu barattoota manneene barumsa ol\u2019aanaa baratan biratti sagalee Waaqayyoo ifatti waliin dubbachuunis ta\u2019e dhageeffachuun yeroo itti hin-yaadamne ture. Baroota [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":9,"featured_media":0,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4030"}],"collection":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/9"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4030"}],"version-history":[{"count":3,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4030\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4034,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4030\/revisions\/4034"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4030"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4030"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/gibi-ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4030"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}