Amaloota Sirna Waaqeffannaa Ortodooksiiin Qajeelchaa Jireenyaa…Dn. Miikiyaas Asras… Gara Samiitti kan nama baasudha Sirni waaqeffannaa Ortodooksi Kiristaanota ardii itti uumaman irraa kaasee gara samiitti kan geessudha. Kiristaanotni dhugooman galata laphee irraa burqeen qalbiidhaan samii gahanii iccitii Waaqayyoo arguun kabaja Isaa dhandhamataniiru. Hayyuun qulqulluun Yaareed waan kanaaf fakkeenya gaaridha. Boodas sababa galata kanaatiin kennaadhaan kabajni Waaqayyoo isaan dhandhamatan bara baraan argachuuf […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2018-12-21 08:38:102018-12-21 08:38:10Amaloota Sirna Waaqeffannaa Ortodooksii
Sirna Waaqeffannaa Ortodooksawaain Qajeelchaa Jireenyaa…Dn. Miikiyaas Asras… Ifa addunyaa kan ta’e qulqulluun Phaawuloos Kiristaanota Roomaatiif “Obboleewwan koo qaama keessan Waaqayyoodhaaf jiraataa, qulqulluu akkasumas aarsa gammachiisaa taasistanii akka dhiyeessitan gaarummaa Waaqayyoon isin nan kadhadha. Kunis sammuudhaaf kan tolu tajaajila keessani dha (Room. 12:1) jedhee kan dubbate kana barumsa keenyaaf mat-duree ka’umsaa taasisnee gara qabxiiwwan birootti yaa dabarru. Duuka bu’aan jaalatamaan […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2018-12-20 07:50:272018-12-20 12:47:43Sirna Waaqeffannaa Ortodooksawaa
Amaloota Sirna Waaqeffannaa Ortodooksii
in Qajeelchaa Jireenyaa…Dn. Miikiyaas Asras… Gara Samiitti kan nama baasudha Sirni waaqeffannaa Ortodooksi Kiristaanota ardii itti uumaman irraa kaasee gara samiitti kan geessudha. Kiristaanotni dhugooman galata laphee irraa burqeen qalbiidhaan samii gahanii iccitii Waaqayyoo arguun kabaja Isaa dhandhamataniiru. Hayyuun qulqulluun Yaareed waan kanaaf fakkeenya gaaridha. Boodas sababa galata kanaatiin kennaadhaan kabajni Waaqayyoo isaan dhandhamatan bara baraan argachuuf […]
Sirna Waaqeffannaa Ortodooksawaa
in Qajeelchaa Jireenyaa…Dn. Miikiyaas Asras… Ifa addunyaa kan ta’e qulqulluun Phaawuloos Kiristaanota Roomaatiif “Obboleewwan koo qaama keessan Waaqayyoodhaaf jiraataa, qulqulluu akkasumas aarsa gammachiisaa taasistanii akka dhiyeessitan gaarummaa Waaqayyoon isin nan kadhadha. Kunis sammuudhaaf kan tolu tajaajila keessani dha (Room. 12:1) jedhee kan dubbate kana barumsa keenyaaf mat-duree ka’umsaa taasisnee gara qabxiiwwan birootti yaa dabarru. Duuka bu’aan jaalatamaan […]