• Baga Nagana Dhuftan !

Dubbii Mana Kiristaanaa

Dn. Miikiyaas Asiras B. Mana Kiristaanaa: Qaama Kiristoos Waaqayyo mootichi ol’aanaan baay’ina arjummaa Isaa irraan kan ka’e nama yoo uumu jalqaba Addaam, karaa Addaamiin Hewaan uume. Hewaan Qaama Addaam irraa kan argamte ta’uu isheen qaama isaa jedhamti. Akkasuma Addaam lammataa Kiristoos addunyaa fayyisuuf qaamaan yeroo mul’ate Hewaan lammataa Mana Kiristaanaa Fannoo irra osoo jiruu argamsiise. […]

Dubbii Mana Kiristaanaa

Dn. Miikiyaas Asiras Kabajni haa ta’uufii Fayyisaan keenya Iyyesuus Kiristoos foon Maariyaamiin mul’achuun Isaa addunyaa fayyisuuf akka ta’e bu’uura amantii keenyaa dha. Addunyaaa sababa badiitiin du’a bitu irraa jireenya haaraa kennee akka fayyisu Ilma Waaqaa Mucaa Maariyaam ta’e, Waaqayyo nama ta’uu Isaanis amalli namaa Waaqa ta’e. Waaqummaa sirrii Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoosiinii fi namummaa sirriin […]

Keessummaa Qaanaa

Wiirtuu Finoota Salaamiin     “Tajaajila irratti yommuun hirmaadhu sammuun koo inni dadhabe ni haaromfama”. Bara 2009 Yunivarsiitii adda addaa keessatti barachaa turaniifi eebbifaman keessaa baay’een isaanii qabxii ol’aanaa fiduun meedaaliyaa waancaa akka badhaafaman taa’anii jiru.Waancaa fi meedaaliyaa argatan barnoota baruumsa Mana Kiristaanaa isaan barsiisaa ture Waldaa Qulqullotaaf kennaadhan gumaachun firii isaa agarsiiseera. Barattoota kanneen keessaa […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን