“Har’a Magaalaa Daawit Keessatti Qoricha kan Ta’e Kiristoos isiniif Dhalateera” (Luq.2:11)in Qajeelchaa JireenyaaQopheessan:- Lammessaa Guuttataa. Nama ta’ee foon keenyas uffatee dhallachuu Goofta keenya Iyesuus Kiristoosif sababa kan ta’e badii fi balleessa Addaamiti.Addaam gaafa guyyaa 6ffaa erga uumamtoonni hundi uumamanii booda kan uumamedha.Uumamtooni biroon faayidaa dhala namaaf kan uumaman yoo ta’an dhalli namaa (Addaam) garuu Waaqayyoon tajaajilun,isaaniis kabajuun,jireenya fi qulqullummaa raawwachuun,cubbuu fi badii irraas of eegun mootummaa Waaqayyoo […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2019-01-17 12:57:562019-01-17 12:57:56“Har’a Magaalaa Daawit Keessatti Qoricha kan Ta’e Kiristoos isiniif Dhalateera” (Luq.2:11)
Faayidaa fi Barbaachisummaa Qannonaa (kutaa lammaffaa)in Qajeelchaa JireenyaaQopheessan :- Lammeessaa Guttataa Gabaabumatti qannonaan mana kiristaanaafis ta’e tokkummaa fi lubbuu dhuunfaa kiristaanotaaf faayidaa hedduu qaba. fkn:- Yeroo,baraa fi bakka irratti hundaa’uun gaaffiiwwan ka’aniif deebii kennuuf Tokkummaa fi jaalala kiristaanootaa eeguuf Shakkitootaa (diinota) mana kiristaanaa fi ijoollee ishee addaan baasnee beekuuf Tajaajilli mana kiristaanaa seeran kan gaggeeffamu taasisuuf,tokkummaa manneen kiristaanootaa eeguuf Bakka hundaatti seera […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2019-01-15 07:26:392019-01-15 07:26:39Faayidaa fi Barbaachisummaa Qannonaa (kutaa lammaffaa)
Doogmaa,Qannonaa fi Dadarboo (kutaa tokkoffaa)in Qajeelchaa JireenyaaQopheessan :- Lammeessaa Guttataa Manni kiristaanaa dhaabbilee amantaa fakkataan irraa kan isheen adda baatu karaa seenaa,aadaa,doogmaa,qannonaa,seera,daddarboo isheetiinidha. Akkataa barnootaa fi seera mana kiristaanaa keenyan doogmaa,qannoonaa fi daddarboon utubaawwan sadan amantaa jedhamuun beekamu. Sababni isaas mana kristaanaa keessatti waantonni raawwataman,mul’atan kana malees manni kiristaanaa kan isheen gageeffamtu,kan ittiin bultu kanneen irratti hundeeffamuun waan ta’eefidha. Hundee barnoota,sirna […] Read more https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png 0 0 Mahibere Kidusan https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png Mahibere Kidusan2019-01-11 06:12:082019-01-11 06:12:08Doogmaa,Qannonaa fi Dadarboo (kutaa tokkoffaa)
“Har’a Magaalaa Daawit Keessatti Qoricha kan Ta’e Kiristoos isiniif Dhalateera” (Luq.2:11)
in Qajeelchaa JireenyaaQopheessan:- Lammessaa Guuttataa. Nama ta’ee foon keenyas uffatee dhallachuu Goofta keenya Iyesuus Kiristoosif sababa kan ta’e badii fi balleessa Addaamiti.Addaam gaafa guyyaa 6ffaa erga uumamtoonni hundi uumamanii booda kan uumamedha.Uumamtooni biroon faayidaa dhala namaaf kan uumaman yoo ta’an dhalli namaa (Addaam) garuu Waaqayyoon tajaajilun,isaaniis kabajuun,jireenya fi qulqullummaa raawwachuun,cubbuu fi badii irraas of eegun mootummaa Waaqayyoo […]
Faayidaa fi Barbaachisummaa Qannonaa (kutaa lammaffaa)
in Qajeelchaa JireenyaaQopheessan :- Lammeessaa Guttataa Gabaabumatti qannonaan mana kiristaanaafis ta’e tokkummaa fi lubbuu dhuunfaa kiristaanotaaf faayidaa hedduu qaba. fkn:- Yeroo,baraa fi bakka irratti hundaa’uun gaaffiiwwan ka’aniif deebii kennuuf Tokkummaa fi jaalala kiristaanootaa eeguuf Shakkitootaa (diinota) mana kiristaanaa fi ijoollee ishee addaan baasnee beekuuf Tajaajilli mana kiristaanaa seeran kan gaggeeffamu taasisuuf,tokkummaa manneen kiristaanootaa eeguuf Bakka hundaatti seera […]
Doogmaa,Qannonaa fi Dadarboo (kutaa tokkoffaa)
in Qajeelchaa JireenyaaQopheessan :- Lammeessaa Guttataa Manni kiristaanaa dhaabbilee amantaa fakkataan irraa kan isheen adda baatu karaa seenaa,aadaa,doogmaa,qannonaa,seera,daddarboo isheetiinidha. Akkataa barnootaa fi seera mana kiristaanaa keenyan doogmaa,qannoonaa fi daddarboon utubaawwan sadan amantaa jedhamuun beekamu. Sababni isaas mana kristaanaa keessatti waantonni raawwataman,mul’atan kana malees manni kiristaanaa kan isheen gageeffamtu,kan ittiin bultu kanneen irratti hundeeffamuun waan ta’eefidha. Hundee barnoota,sirna […]