https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png00Mahibere Kidusanhttps://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.pngMahibere Kidusan2019-04-10 17:44:152019-04-10 17:44:15Sooma, Kadhaa fi Jireenya Gaabbii
https://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.png00Mahibere Kidusanhttps://eotcmk.org/gibi-ao/wp-content/uploads/main-header-ao-300x75.pngMahibere Kidusan2019-04-01 08:41:302019-04-01 08:41:30Sooma fi Sirna Mana Kiristaanaa
Sooma, Kadhaa fi Jireenya Gaabbii
in Qajeelchaa JireenyaaLammessaa Guuttataa Yeroon amma nuti keessa jirru kun Sooma Gooftaan keenya fayyisaan keenyaa fi qorichi keenya Iyyesuus Kiristoos soome kan itti soomnu dha. Soomichi kan suga, jaalalaa, qorichaa fi sooma jireenyaa ti. Soomichis Sooma Iyyesuus, Sooma Guddichaa, Sooma Hudaadee jedhamee waamama. Soomni, Kadhaa fi Jireenyi gaabbii kan adda adda hin baane bu’ura jireenya Kiristaanummaa ti. […]
Sooma fi Sirna Mana Kiristaanaa
in Qajeelchaa JireenyaaLammessa Guuttataa Hundeen (burqaan) seera soomaa Waaqayyodha. Manni Kiristaanaa immoo mana Waaqayyooti.Waan ta’eefis gabaabummatti seera soomaa, kadhannaa, gaabbii yeroo jennu seera Waaqayyoo ajaja Waaqayyoo, danbii Waaqayyoo, abboommii Waaqayyoo jechuu keenyadha.Waaqni maaliif seera, ajaja, aboommii nuuf kenna yeroo jennu akka jalaa hin miidhamneef lubbuunis ta’e fooniin akka jalaa hin benneef jennee fudhachuu ni dandeenya. Seerrii Waaqayyoo, […]
Tajaajila Afuuraa, Duuka-bu’ummaa fi Qormaata isaa
in Qajeelchaa JireenyaaLammessaa Guuttataa Jireenyi Kiristaanumaa jireenya qulqullummaatti. Qulqullummaan isaan kan argamu immoo inni tokko karaa tajaajila afuuraatti. Dhalli namaa keessumaa Kiristaanni kan inni uumame qulqullummaa isaa eegun hojii fayyinaa kan jireenya fi qulqullummaa raawwachuun Waaqayyoonis tajaajiluun cubbuu irraas of eegun Mootummaa Waaqayyoo dhaale jireenya barabaraa akka argatuufidha. Tajaajilli afuuraa cubbuu irraa of eeguf, hojii fayyinaa jireenya […]