• Baga Nagana Dhuftan !

Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos Maaliif Soome?

Gabre Igzi’aabiher Yikunoo Sababoota tsoomaa jedhamanii kan caqasaman keessaa fedhii foonii fedha lubbuuf bichisiisuu, humna afuurummaa gonfachuuf ta’uun isaa beekamaa dha. Haa ta’uutii, Gooftaan keenya kan tsoome akka namootaa sababa kanaaf (fedhii foonii lubbuuf bichisiisuuf) miti. Maaliif guyyaa afurtama fi halkan afurtama maalif tsoomeree? 1) Tsoomuu Isaatin tsooma keenya eebbisuuf Duursee qulqulloota abbootifii haadholiin tsoomni […]

Sooma: maalummaa, faayidaa fi kaayyoo

Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko Ameen Gabre Igzi’aabiher Yikunoo Arjummaan Isaa daangaa kan hin qabne, humna gargaarummaa Isaatiin kan nurraa adda hin baane, galateeffamaa fi kabajamaa kan ta’e Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos arjaa Abbaa Isaa Waaqayyo Abbaa waliin, jireenya amalummaa Isaa Afuura Qulqulluu wajjiin galanni yaa ta’uuf ameen.  Oolmaa tsooma keenyaas […]

Moggaasa Torbeewwan Sooma Guddaa Keessatti Argaman fi Hiila Isaanii

Gabre Igzi’aabiher Yikunoo Qulqulluun Yaared maqaaan isaa bal’inaan kan inni ittiin beekamu ykn ka’u keessaa inni guddaan  torbeewwan ji’oota sooma guddaa keessa jiraaniif  moggaasa maqaa isaaniif kenuunidha. Qulqulluun Yaareed moggaasa maqaa kan inni isaaniif kenne hojiiwwan dhiifama fi jaalala, raajiiwwan, hojii dhiifamaa, fayyinaa fi jaalalaa Gooftaan keenya raawwate, barumsa Inni barsiise itti fayyadamuunidha. Waluumaagalatti sooma […]

ማስታወቂያ

Nothing Found

Sorry, no posts matched your criteria

መልእክትዎን ይላኩልን