{"id":4533,"date":"2020-01-16T16:03:53","date_gmt":"2020-01-16T16:03:53","guid":{"rendered":"http:\/\/eotcmk.org\/ao\/?p=4533"},"modified":"2020-01-16T16:04:00","modified_gmt":"2020-01-16T16:04:00","slug":"waaqayyo-haa-sodaannu-uummanni-waaqayyo-hin-sodaanne-akka-saba-sanaaoor-biyya-lafaa-irraa-dhabama","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/waaqayyo-haa-sodaannu-uummanni-waaqayyo-hin-sodaanne-akka-saba-sanaaoor-biyya-lafaa-irraa-dhabama\/","title":{"rendered":"Waaqayyo haa sodaannu; uummanni Waaqayyo hin sodaanne akka saba Sanaa&#8217;oor biyya lafaa irraa dhabama."},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"335\" src=\"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/82714684_2563610297261679_499876919865507840_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-4534\" srcset=\"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/82714684_2563610297261679_499876919865507840_n.jpg 720w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/82714684_2563610297261679_499876919865507840_n-300x140.jpg 300w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/82714684_2563610297261679_499876919865507840_n-705x328.jpg 705w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/82714684_2563610297261679_499876919865507840_n-450x209.jpg 450w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Sabni Sanaa&#8217;oor horteen isaanii lafa irratti ni heddummate. Abshaalotas ta&#8217;ani. Abshaalummaa isaanii sana garuu, waan gaariif fayyadamuu dhiisanii mootii bara baraa kan Waaqayyoon sodaachuu sodaachuu irraa fagaatanii maqaa isaanii labsuu barbaadani. Namni Waaqayyo waliin wal-mufachiisees umriin isaa akka gabaabbatu wallaalani. <\/p>\n\n\n\n<p>Dhalli namaa waan gamoo ijjaareef qofa kan kabajamu itti fakkaate. Yaada isaanii kanas gamoo gar-malee ol dheeratu ijaaruun mul&#8217;isuu barbaadani. Barbaaduun qofa hin hafne, ni ijaaranis. Gar-malee ol dheerachuu isaa irraa kan ka&#8217;e aduutti dhihaatanii ho&#8217;a aduutiin hamma nyaata bilcheessanii nyaatanitti ga&#8217;anii turani. Dhuma irratti garuu, of jajiinsa badaa keessa of argani. Waaqayyoon dhabamsiisanii, bakka Isaatti bu&#8217;anii murteessaa lafaa fi samii ta&#8217;uu barbaadani. Gamoo (siidaa) ijaaran sana irra dhaabbatanii Waaqayyo waraanuuf eeboo ol darbachuu eegalani. Kana kan jajjabeessu seexannis dhiiga dibee itti deebisaa si&#8217;a sadi isaan onnachiisaa tureera. Si&#8217;a sadi darbanii Waaqa Abbaas Waaqa Ilmaas Waaqa Afuura Qulqulluus kan ajjeesan itti fakkaatee &#8220;Kanaan booda ajajaa tokko malee lafaa fi samii hogganaa maqaa keenyaas waamsisaa jiraanna&#8221; oggaa jedhan, Waaqayyoon &#8220;Kootta! Gad-buunee inni tokko afaan isa kaanii akka hin dhageenyeetti afaan isaanii isaan dura waliin haa maknu.&#8221; jedhe (Seer. Uum. 11:7)<\/p>\n\n\n\n<p>Addunyaa irratti beekkamuuf hawwanii turani. Amma garuu, Waaqayyo hawwii isaanii jalaa fashaleesse. Maaliif? yoo jenne hundeen ogummaa (qaroominaa) Waaqayyo akka ta&#8217;e irraanfatanii kabaja isaaniif qofa ifaajaa turanii waan ta&#8217;eefi. <\/p>\n\n\n\n<p>Nutis jaalala Waaqayyoo irraa fagaannee waan raawwachuu dandeennyu akka hin jirre beeknee Waaqayyoo fi dhala namaa mara jaalachuun ijoollee Ifaa ta&#8217;uu keenya mirkaneessuu qabna. <\/p>\n\n\n\n<h2 class=\"wp-block-heading\">Guyyaa kanaaf baga isiniin gahe<\/h2>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Sabni Sanaa&#8217;oor horteen isaanii lafa irratti ni heddummate. Abshaalotas ta&#8217;ani. Abshaalummaa isaanii sana garuu, waan gaariif fayyadamuu dhiisanii mootii bara baraa kan Waaqayyoon sodaachuu sodaachuu irraa fagaatanii maqaa isaanii labsuu barbaadani. Namni Waaqayyo waliin wal-mufachiisees umriin isaa akka gabaabbatu wallaalani. Dhalli namaa waan gamoo ijjaareef qofa kan kabajamu itti fakkaate. Yaada isaanii kanas gamoo gar-malee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":0,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4533"}],"collection":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4533"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4533\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4535,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4533\/revisions\/4535"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4533"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4533"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4533"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}