{"id":4511,"date":"2019-12-18T10:34:34","date_gmt":"2019-12-18T10:34:34","guid":{"rendered":"http:\/\/eotcmk.org\/ao\/?p=4511"},"modified":"2019-12-18T10:34:35","modified_gmt":"2019-12-18T10:34:35","slug":"sinkisaara-muddee-6","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/sinkisaara-muddee-6\/","title":{"rendered":"Sinkisaara  Muddee 6"},"content":{"rendered":"\n<p>Maqaa\nAbbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen!!!<\/p>\n\n\n\n<p>Guyyaa\nkanatti durba kan Mana Kiristaanaa Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaatu\nkabajame, godaansi foon ishees guyyaa kana raawwate (iddoo awwaalcha duraatii\ngara iddoo Mana Kiristaana amma jiruutti fudhatame). Akkasumas, ishee waliin\nkan wareegaman godaansi foon Durboota digdamii torbaas guyyaa kana raawwate. Mootichi\nDirxaadis Qulqulleettii Arseemadhaan \u201ckabaja guddaa kan qabnu nu waliin\nakkamitti jiraachuu kan didde laphee hin qabduu?\u201d jedheeni, isheenis \u201cInni samiirra\njiru ni caala, baay\u2019es &nbsp;fooyya\u2019aadha\u201d\njette. Innis fuudhanii uffata ishee irraa baasanii morma ishee akka muran\najaje,&nbsp; mormi Durboota hundumaas akka muramu\najaje, mormi isaaanis murame. Dabalatan Sinkisaaraa fulbaala 29 dubbisaa. Galanni\nWaaqayyoof haa ta,u, kadhannaa Durboota kanaatin nu haa yaadatu! Ameen!!!<\/p>\n\n\n\n<p>Guyyuma\nkanattis Qulqulloota Armaani kan ta\u2019an, Eeliyaas, Baaxilis, Surifiit, Maariyaa,\nMikaa,eel, Yilsawuul fi Teleemiwoos yaadannoo isaaniti. Eebbi isaanii nurra haa\nbulu! Galanni Waaqayyoof haa ta\u2019u!&nbsp;\nAmeen!!! <\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen!!! Guyyaa kanatti durba kan Mana Kiristaanaa Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaatu kabajame, godaansi foon ishees guyyaa kana raawwate (iddoo awwaalcha duraatii gara iddoo Mana Kiristaana amma jiruutti fudhatame). Akkasumas, ishee waliin kan wareegaman godaansi foon Durboota digdamii torbaas guyyaa kana raawwate. Mootichi Dirxaadis Qulqulleettii Arseemadhaan \u201ckabaja [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":0,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4511"}],"collection":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4511"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4511\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4512,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4511\/revisions\/4512"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4511"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4511"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4511"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}