{"id":4483,"date":"2019-12-10T10:51:05","date_gmt":"2019-12-10T10:51:05","guid":{"rendered":"http:\/\/eotcmk.org\/ao\/?p=4483"},"modified":"2019-12-10T10:51:06","modified_gmt":"2019-12-10T10:51:06","slug":"tamsaasa-idilaa-siaainaa-eegamaa-kan-ture-jalqabuuf-qophii-isaa-akka-xummure-waldaan-qulqullootaa-ni-beeksise","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/tamsaasa-idilaa-siaainaa-eegamaa-kan-ture-jalqabuuf-qophii-isaa-akka-xummure-waldaan-qulqullootaa-ni-beeksise\/","title":{"rendered":"Tamsaasa idilaa si\u2019aa\u2019inaa eegamaa kan ture jalqabuuf qophii isaa akka xummure Waldaan Qulqullootaa ni beeksise."},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"960\" height=\"540\" src=\"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/16624dea-17a0-412c-bfd4-4bfd912ff570.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-4484\" srcset=\"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/16624dea-17a0-412c-bfd4-4bfd912ff570.jpg 960w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/16624dea-17a0-412c-bfd4-4bfd912ff570-300x169.jpg 300w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/16624dea-17a0-412c-bfd4-4bfd912ff570-768x432.jpg 768w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/16624dea-17a0-412c-bfd4-4bfd912ff570-705x397.jpg 705w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/16624dea-17a0-412c-bfd4-4bfd912ff570-450x253.jpg 450w\" sizes=\"(max-width: 960px) 100vw, 960px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p><\/p>\n\n\n\n<p>Waldaan\nQulqullootaa si\u2019aa\u2019inaan eegamaa kan ture Tamsaasa idilaa sa\u2019aatii 24 dhiheessii\nadda ta\u2019ee fi haala yeroo waliin wal-simataa ta\u2019een B.A. Muddee 5\/2012tti akka\njal qabu barreessaan ol\u2019aanaa Waldaa Qulqullootaa Obboo Wub\u2019isheet Otooroo\nibsani. Yaada dhaggeeffattootni fi daawwattootni kennaa turan irratti hundaa\u2019uun\nfi qu\u2019annaa adeemsisuun akkasumas muuxannoo Manneen Kiristaanaa obboleewwanii\nirraa qooddachuun tamsaasichi yericha waliin kanb deemu akka ta\u2019u carraaqnee jirra\njedhaniiru. Sagantaan televiizhinii kun daa\u2019immaniif, dargaggootaaf, dhimmoota\nmaatii jireenya hawaasummaa irratti xiyyeeffatan, amantoota ta\u2019anii waa\u2019ee\namantaa isaanii hubannaa ga\u2019aa warra hin qabneef, warra amantaa bira keessa\njiraachaa gaaffilee adda addaa dhiheessaniif, barattoota Univarsitii fi\nbarattoota Sambataaf, hayyoota Mana Kiristaanaa fi kanneen biroof kan fayyadan qophiiwwan\nadda addaan kan deeggaramu akka ta\u2019u barreesichi ibsanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sagantaan\nidilaa Muddee 5tti jalqabamu kun kanneen hamma ammaatti dhihaachaa turan irraa\nadda kan isa taasisu fedhii kutaalee hawaasa maraa kan giddu galeeffate akka ta\u2019u\ncarraaqqiin addaa taasifamuu isaatiin, qooqaalee Amaariffaa, Afaan Oromoo fi\nTigriffaadhaa alattis Ingiliffaanis tamsaasuuf karoorfachuun isaa akkasumas\nfuul-duraaf immoo qooqaalee biyya keessaa kanneen biroonis dhiheessuuf qu\u2019annaan\nadeemsifamaa jiraachuu isaatiini dha jedhanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dabalataanis,\nWaldaan Qulqullootaa tamsaasa isaa bu\u2019a qabeessa taasisuuf sa\u2019aatii tamsaasaa Manneen\nsambataa Gannata Tsiggee Qulqulluu Giyoorgis, Boolee Dabra Saaleem Madihaane\u2019alami\nfi Dabra Nagodiguwaadi Qulqulluu Yooohaanisiif tolaan (kaffaltii malee) kennuun\nwaliin hojjechuuf qophii isaa kan xummure yeroo ta\u2019u, itti\u2019aansuunis qaamolee\nMana Kiristaanaa hundumaa waliin hojjechuuf karri isaa banaa akka ta\u2019a\nbarreessaan ol\u2019aanaa dubbatanii jiru.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Waldaan Qulqullootaa si\u2019aa\u2019inaan eegamaa kan ture Tamsaasa idilaa sa\u2019aatii 24 dhiheessii adda ta\u2019ee fi haala yeroo waliin wal-simataa ta\u2019een B.A. Muddee 5\/2012tti akka jal qabu barreessaan ol\u2019aanaa Waldaa Qulqullootaa Obboo Wub\u2019isheet Otooroo ibsani. Yaada dhaggeeffattootni fi daawwattootni kennaa turan irratti hundaa\u2019uun fi qu\u2019annaa adeemsisuun akkasumas muuxannoo Manneen Kiristaanaa obboleewwanii irraa qooddachuun tamsaasichi yericha waliin kanb [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":0,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4483"}],"collection":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4483"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4483\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4485,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4483\/revisions\/4485"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4483"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4483"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4483"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}