{"id":4077,"date":"2017-11-10T08:08:57","date_gmt":"2017-11-10T08:08:57","guid":{"rendered":"http:\/\/eotcmk.org\/ao\/wareegamtoota-sadaasa-guyyaa-tokkoo\/"},"modified":"2018-10-26T09:20:56","modified_gmt":"2018-10-26T09:20:56","slug":"wareegamtoota-sadaasa-guyyaa-tokkoo","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wareegamtoota-sadaasa-guyyaa-tokkoo\/","title":{"rendered":"WAREEGAMTOOTA  SADAASA GUYYAA TOKKOO"},"content":{"rendered":"<p style=\"text-align: center;\"><strong><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 115%; font-family: 'Times New Roman',serif;\">WAREEGAMTOOTA SADAASA GUYYAA TOKKOO<\/span><\/strong><\/p>\n<p style=\"margin-left: 3px; text-indent: 0.5in; text-align: right;\"><strong><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 115%; font-family: 'Times New Roman',serif;\">Mulugeetaa Ayyaaleewutiin<\/span><\/strong><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\">Jalqaba isaa eenyumtuu beekuu kan hin dandeenyee fi onnee\/ laphee namoota foon uffatanii jalaa iccitiin isaa baay&rsquo;ee fagaataa kan ta&rsquo;e;asii hamma achii; as keessa jira;as immoo hin jiru; jechuun kan hin danda&rsquo;amne;garuu jalqaba kan jiruu fi jiraachuu waan hundumaa Inni kan beeku; samii fi lafa,Kan muul&rsquo;atuu fi kan hin muul&rsquo;anne; hundumaa kan uume; maqaa Waaqa Abbaa;<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Addunyaan otuu hin uumaminii fi hin hojjetamin; iccitiidhaan abbaa isaa wajjiin tokko kan ta&rsquo;e; waan hundumaan; Abbaa wajjiin kan wal qixxaate maqaa Waaqa Ilmaa;<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Gadaamessa garbawwanii keessaa; burqaawwan bishaanii otuu hin dhangala&rsquo;in;galma isaa keessaas; ifni guddaan otuu hin ba&rsquo;in; Abbaa irraa; kan ba&rsquo;e; maqaa Waaqa Afuura Qulqulluutiin dursina.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Guyyaa kanatti biyya Afqaariyaa jedhamu keessa kan jiraachaa turan; Maaksimoos,Manfiyoos,Fiiqxoorii fi Filiphoos, bara mooticha gantuu; Daakeyoos wareegamummaan boqotan.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Bara mooticha gantuu kanaatti; ijoolleen sadeen;woggoota dhibba sadii fi torbaatamii lamaaf erga boqotanii booda kan dammaqan; yeroo isa jalaa baqatan ture.Egaa qulqulloonni; qabsaa&rsquo;ota afuuraa kun; galannii fi ulfinni Gooftaa keenyaaf haa ta&rsquo;uutii; mootichi kun Kiristoosiin ganee; Kiristaanota yemmuu gidirsu yeroo arganitti; amantaa isaanii akka soda malee ibsaniif laphee qulqulluudhaan tokkummaa&rsquo;anii wal mari&rsquo;achuun; fuula mootii gantuu kanaatti ragaa ba&rsquo;uudhaaf; kutannoodhaan deeman.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Ilma Waaqayyoo; Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoositti; ifaan ifatti kan amannu; nuti kiristaanota; isaafis nisagadna\/ jilbiiffanna, ni waaqeffannas; jedhanii sagalee ol kaasuun iyyanii dubbatan.Mootichi gantuun; Daakeyoos jedhamu kunis kana yemmuu dhagahu; aariidhaan boba&rsquo;ee; baay&rsquo;ee dheekkamuudhaan; qaccee gogaa loonii irraaa hojjetameen; akka reeban taasise. Sana boodas; ulee sibiilaa; ibidda keessatti diimeffameen; hamma dadhabanitti akka isaan reeban taasise.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\">Kana boodas; uffata waaroo moofaa \/baarnoosii;hadhooftuu fi soogidda yookin ashaboo; walitti bulbulanii;uffaticha kana cuubuudhaan; qaama isaanii isa madaa&rsquo;e sana akka ittiin rirriitan taasisan. Wareegamtoonni kun garuu; obsanii gidiraa kana fudhachaa; ajaja mooticha gantuu kanaa; dhaga&rsquo;uu waan didanii fi akkasumas; gidiraawwan kana sodaatanii; kaayyoo isaanii qajeelaa kana irraa deebi &lsquo;uufii dinnaan; dheekkamsa isaa itti cimsuun; gidiraawwan; dachaa ta&rsquo;an akka irratti geessisan; loltoota isaa ajaje. Isaanis; kan ajajaman hundumaa irratti raawwatan. Uummanni baay&rsquo;een; isaan marsaanii ilaalaa turanis; obsa isaanii kana arganii; baay&rsquo;isanii dinqisiifachuudhaan; Galanni isaaf haa ta&rsquo;uutii;Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoositti amananii;wareegamummaan du&rsquo;an. Mootichi gantuun kun yeroo kana argutti aariidhaan lapheen isaa boba&rsquo;ee;qulqulloota qabsaa&rsquo;ota afuuraa ta&rsquo;an kanas; qaama isaanii; xixinneessanii akka mummuran taasisuun; dhumarratti; morma isaanii seefaan akka irraa kutan ajajee; isaanis morma isaanii; seefaan irraa kutan. Qulqulloonni; qabsaa&rsquo;ota afuuraa ta&rsquo;an kunis; haala kanaan qabsuura isaanii raawwatanii; gonfoo wareegamummaa isaanii; mootummaa Waaqayootti fudhatan.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Waaqayyoof galanni haa ta&rsquo;u; Nu&rsquo;is kadhannaa Ququlqulloota kanaatiin dhiifama nuuf haa taasisu.Eebbi isaanis nu hunda keenya waliin haa ta&rsquo;u.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 115%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> &nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Madda:- Kitaaba <\/span><span style=\"font-size: 16pt; line-height: 115%; font-family: 'Times New Roman',serif;\">Sinkisaara Sadaasa guyyaa tokko dubbifamu.<\/span><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p style=\"text-align: center;\"><strong><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 115%; font-family: 'Times New Roman',serif;\">WAREEGAMTOOTA SADAASA GUYYAA TOKKOO<\/span><\/strong><\/p>\n<p style=\"margin-left: 3px; text-indent: 0.5in; text-align: right;\"><strong><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 115%; font-family: 'Times New Roman',serif;\">Mulugeetaa Ayyaaleewutiin<\/span><\/strong><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\">Jalqaba isaa eenyumtuu beekuu kan hin dandeenyee fi onnee\/ laphee namoota foon uffatanii jalaa iccitiin isaa baay&rsquo;ee fagaataa kan ta&rsquo;e;asii hamma achii; as keessa jira;as immoo hin jiru; jechuun kan hin danda&rsquo;amne;garuu jalqaba kan jiruu fi jiraachuu waan hundumaa Inni kan beeku; samii fi lafa,Kan muul&rsquo;atuu fi kan hin muul&rsquo;anne; hundumaa kan uume; maqaa Waaqa Abbaa;<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Addunyaan otuu hin uumaminii fi hin hojjetamin; iccitiidhaan abbaa isaa wajjiin tokko kan ta&rsquo;e; waan hundumaan; Abbaa wajjiin kan wal qixxaate maqaa Waaqa Ilmaa;<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Gadaamessa garbawwanii keessaa; burqaawwan bishaanii otuu hin dhangala&rsquo;in;galma isaa keessaas; ifni guddaan otuu hin ba&rsquo;in; Abbaa irraa; kan ba&rsquo;e; maqaa Waaqa Afuura Qulqulluutiin dursina.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify; line-height: 150%;\"><span style=\"font-size: 14pt; line-height: 150%; font-family: 'Times New Roman',serif;\"> Guyyaa kanatti biyya Afqaariyaa jedhamu keessa kan jiraachaa turan; Maaksimoos,Manfiyoos,Fiiqxoorii fi Filiphoos, bara mooticha gantuu; Daakeyoos wareegamummaan boqotan.<\/span><\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":0,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[75],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4077"}],"collection":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4077"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4077\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4091,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4077\/revisions\/4091"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4077"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4077"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4077"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}