{"id":3865,"date":"2014-09-02T18:22:00","date_gmt":"2014-09-02T18:22:00","guid":{"rendered":"http:\/\/eotcmk.org\/ao\/badhaasa\/"},"modified":"2018-10-26T09:21:24","modified_gmt":"2018-10-26T09:21:24","slug":"badhaasa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/badhaasa\/","title":{"rendered":"Badhaasa"},"content":{"rendered":"<p><span style=\"color: #666666; font-family: Helvetica, Arial, sans-serif; font-size: 16px; font-weight: bold; line-height: 1.3em;\">\u00a0 Dn. Tolasaa Taayyee Badhaasa Geeba Yuunivarsitii irraa argate Waldaa Qulqullootaatiif Kenne.<\/span><\/p>\n<p class=\"MsoNormal\">Hagayya 27<\/p>\n<p class=\"MsoNormal\">\u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0\u00a0<em>Dn.Mazgabuu Kafyaalawuun<\/em><\/p>\n<p class=\"MsoNormal\" style=\"text-align: justify;\">Yuunivarsitii Walloo Kaampaasii Daseetti Barumsa Idilee isaa hordofaa turuun qabxii Ol\u2019aanaa galmeessisee Geeba Yuunivarsitii badhaasa barattootaatiif dhiyaate kan fudhate Daaqon Tolasaa Taayyee badhaasa argate Waldaa qulqullootaatiif kenne.<\/p>\n<p class=\"MsoNormal\" style=\"text-align: justify;\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" class=\" alignleft size-full wp-image-3863\" src=\"http:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD.png\" border=\"0\" width=\"269\" height=\"208\" style=\"border: 0; float: left;\" srcset=\"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD.png 652w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD-300x231.png 300w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD-450x347.png 450w\" sizes=\"(max-width: 269px) 100vw, 269px\" \/>\u00a0<span style=\"font-size: 11.0pt; line-height: 115%; font-family: 'Calibri','sans-serif'; mso-ascii-theme-font: minor-latin; mso-fareast-font-family: Calibri; mso-fareast-theme-font: minor-latin; mso-hansi-theme-font: minor-latin; mso-bidi-font-family: 'Times New Roman'; mso-bidi-theme-font: minor-bidi; mso-ansi-language: EN-US; mso-fareast-language: EN-US; mso-bidi-language: AR-SA;\">Dn. Tolasaan Godina\u00a0<\/span>\u00a0Wallaggaa Lixaa aanaa Mana sibuutti kan dhalatee guddate yoo ta\u2019u barumsa isaa qabxii gaarii galmeessisuudhaan gara Yuunivarsitii Walloo daseetti ramadamee barumsa\u00a0 isaa hordofaa tureera. Dabalataanis yeroo mooraa kana keessa turetti yaa\u2019ii mooraa keessatti ittigaafatamummaa adda addaa akka fudhate mana kiristaanaa tajaajilaa tureera. Barumsa Yuunivarsitii keessatti kennamuunis cimee qu\u2019achuudhaan qabxii 4:00 fi A<sup>+<\/sup>18 fiduun\u00a0 Qabxii Daraan olaanaa galmeessiseen ankii Daraan olaanaa ta\u2019een\u00a0 eebbifameera. Sirna eebbaa kana irrattis badhaasa Yuunivarsitichi barattoota qabxii olaanaa galmeessisaniif qopheesse hunda caaluudhaan geeba Yuunivarsitichaa fi Meedaaliyaa qophaahe badhaafameera. Haata\u2019u malee Dn. Tolasaan Badhaasa argate kana ofiif fudhatee galuu hin barbaanne geeba argate Waldaa qulqullootaatiif Yemmu kennu Meedaaliyaa isaa ammo Mana Kiristaanaa isa guddiste, Mana Kiristaanaa Madihaanee\u2019aalamii Daabbusiif kennee jira. Dn. Tolasaan\u00a0 Hagayya 24 Waldaa qulqullootaatti qaamaan argamee waldaan kun yaa\u2019ii isaa 11ffaa osoo gaggeessaa jiruu badhaasa argate kenneefii jira.<\/p>\n<p class=\"MsoNormal\" style=\"text-align: justify;\">\u00a0<\/p>\n<p class=\"MsoNormal\" style=\"text-align: justify;\">Dn. Tolasaan sababa badhaasa kana Waldaa qulqullootaatiif kenne yemmu ibsu \u201c Jalqaba Yemmuun Yuunivarsitii seenu Sagantaa Yaa\u2019ii Mooraatiin \u2018baga nagaan dhuftani\u2019 jechuuf mana kiristaanaatti qophaa\u2019e irratti argameen ture sagantaa kanarrattis baruullee \u2018\u2019 gubaa\u2019ee qaanaa\u201d jedhamtu biteen yemmuun dubbisu barataa Yuunivarsitii Jimmaa kan ture Dr.Dn Ingidaa kan jedhamu badhaasa Meedaaliyaa Yuunivarsitii irraa argate Mana kiristaanaatiif akka kenne galmaa\u2019ee argeen anis akka isaa cimee baradheen Meedaaliyaa fudhadhee Mana kiristaanaa na guddisteef kennuun qaba jedheen Murteeffadhe ture; Waaqayyoof galanni haa gahu meedaaliyaa fi geeba kaasuu danda\u2019eera! Kan anaa fi Dn. Dr.Ingidaa Yaadaan Wal nubarsiise Waldaa Qulqullootaati: akkan cimee baradhuuf kan na kakaase Waldaa qulqullootaati Waan ta\u2019eef Geebni kun isaaf mala jedheen kenneef ; dabalataanis kana gochuun koo umurii koo guutuu mana Kiristaanaa akkan tajaajiluuf waan na jajjabeessuuf raawwadheera\u201d jedheera.<\/p>\n<p class=\"MsoNormal\" style=\"text-align: justify;\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" class=\" alignleft size-full wp-image-3864\" src=\"http:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD2.jpg\" border=\"0\" width=\"278\" height=\"215\" style=\"border: 0; float: left;\" srcset=\"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD2.jpg 652w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD2-300x231.jpg 300w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD2-450x347.jpg 450w\" sizes=\"(max-width: 278px) 100vw, 278px\" \/><\/p>\n<p class=\"MsoNormal\" style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: 11.0pt; line-height: 115%; font-family: 'Calibri','sans-serif'; mso-ascii-theme-font: minor-latin; mso-fareast-font-family: Calibri; mso-fareast-theme-font: minor-latin; mso-hansi-theme-font: minor-latin; mso-bidi-font-family: 'Times New Roman'; mso-bidi-theme-font: minor-bidi; mso-ansi-language: EN-US; mso-fareast-language: EN-US; mso-bidi-language: AR-SA;\">Kennaa kana kan Dn. Tolasaa irraa fuudhee Waldaa Qulqullootaatti kenne Yuunivarsitii Finfinneetti\u00a0 Barsiisaa seeraa kan ta\u2019e Profeesar\u00a0 Xilaahun Tashoomaa yaada kennaniin \u2018\u2019 seenaa Yuunivarsitootaa keessatti qabxii akka kanaa namoonni galmeessan muraasadha! Carraa yeroo tokko argamu kana ammo dabarsanii kennuun wareegamummaadha! Ani mucaa kana irraa barumsa baay\u2019ee argadheen jera; baay\u2019ees na gammachiiseera\u201d jedhaniiru. \u00a0Waldaa qulqullootaa bakka bu\u2019uudhaan kennaa kana kan fuudhan Luba Doktar Sammuu Mitikkuu yoo ta\u2019n ; kuni adaraa guddaadha! Cimnee akka hojjennuufis nu jajjabeessa! Waldaa kana bakka bu\u2019uudhaan kennaa kana yemmuun fudhu Waaqayyo galateeffachaarradha jedheera. Meedaaliyaa Mana kiristaanaa\u00a0 Daabbus Madaanaalamiitiif akka kennuuf kan bakka bu\u2019uun\u00a0 fuudhe\u00a0 dura taa\u2019aa Wiirtuu Gimbiiti.Dn. Tolasaa Wajjin turtii dheeraa kan taassifne yoo ta\u2019u Gabaasa bal\u2019aa Gaazexaa gara fuulduraatti afaan Oromootiin maxxansinu irratti dhiyeessina.<\/span><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p><span style=\"color: #666666; font-family: Helvetica, Arial, sans-serif; font-size: 16px; font-weight: bold; line-height: 1.3em;\">\u00a0 Dn. Tolasaa Taayyee Badhaasa Geeba Yuunivarsitii irraa argate Waldaa Qulqullootaatiif Kenne.<\/span><\/p>\n<p class=\"MsoNormal\">Hagayya 27<\/p>\n<p class=\"MsoNormal\">\u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0 \u00a0\u00a0<em>Dn.Mazgabuu Kafyaalawuun<\/em><\/p>\n<p class=\"MsoNormal\" style=\"text-align: justify;\">Yuunivarsitii Walloo Kaampaasii Daseetti Barumsa Idilee isaa hordofaa turuun qabxii Ol\u2019aanaa galmeessisee Geeba Yuunivarsitii badhaasa barattootaatiif dhiyaate kan fudhate Daaqon Tolasaa Taayyee badhaasa argate Waldaa qulqullootaatiif kenne.<\/p>\n<p class=\"MsoNormal\" style=\"text-align: justify;\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" class=\" alignleft size-full wp-image-3863\" src=\"http:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD.png\" border=\"0\" width=\"269\" height=\"208\" style=\"border: 0; float: left;\" srcset=\"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD.png 652w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD-300x231.png 300w, https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-content\/uploads\/BD-450x347.png 450w\" sizes=\"(max-width: 269px) 100vw, 269px\" \/>\u00a0<span style=\"font-size: 11.0pt; line-height: 115%; font-family: 'Calibri','sans-serif'; mso-ascii-theme-font: minor-latin; mso-fareast-font-family: Calibri; mso-fareast-theme-font: minor-latin; mso-hansi-theme-font: minor-latin; mso-bidi-font-family: 'Times New Roman'; mso-bidi-theme-font: minor-bidi; mso-ansi-language: EN-US; mso-fareast-language: EN-US; mso-bidi-language: AR-SA;\">Dn. Tolasaan Godina\u00a0<\/span>\u00a0Wallaggaa Lixaa aanaa Mana sibuutti kan dhalatee guddate yoo ta\u2019u barumsa isaa qabxii gaarii galmeessisuudhaan gara Yuunivarsitii Walloo daseetti ramadamee barumsa\u00a0 isaa hordofaa tureera. Dabalataanis yeroo mooraa kana keessa turetti yaa\u2019ii mooraa keessatti ittigaafatamummaa adda addaa akka fudhate mana kiristaanaa tajaajilaa tureera. Barumsa Yuunivarsitii keessatti kennamuunis cimee qu\u2019achuudhaan qabxii 4:00 fi A<sup>+<\/sup>18 fiduun\u00a0 Qabxii Daraan olaanaa galmeessiseen ankii Daraan olaanaa ta\u2019een\u00a0 eebbifameera. Sirna eebbaa kana irrattis badhaasa Yuunivarsitichi barattoota qabxii olaanaa galmeessisaniif qopheesse hunda caaluudhaan geeba Yuunivarsitichaa fi Meedaaliyaa qophaahe badhaafameera. Haata\u2019u malee Dn. Tolasaan Badhaasa argate kana ofiif fudhatee galuu hin barbaanne geeba argate Waldaa qulqullootaatiif Yemmu kennu Meedaaliyaa isaa ammo Mana Kiristaanaa isa guddiste, Mana Kiristaanaa Madihaanee\u2019aalamii Daabbusiif kennee jira. Dn. Tolasaan\u00a0 Hagayya 24 Waldaa qulqullootaatti qaamaan argamee waldaan kun yaa\u2019ii isaa 11ffaa osoo gaggeessaa jiruu badhaasa argate kenneefii jira.<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":0,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[75],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3865"}],"collection":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=3865"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3865\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4190,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3865\/revisions\/4190"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=3865"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=3865"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotcmk.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=3865"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}