• Baga nagaan dhuftan !

Waldaan Qulqullootaa Piroojektii Kiristaanota buqqa’an qarqaaruu (deebisanii ijaaruu) dandeessisu ifa taasise.

Waldaan Qulqullootaa piroojektii kutaalee biyyattii garaa garaa keessatti hordoftoota Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa balaa uumamaanis ta’e nam-tolcheen miidhaan irra gahe qarqaaruu (deebisanii ijaaruu) fi Manneen Kiristaanaa cufaman bansiisuu dandeessiu ifa taasisuu isaa beeksise. Piroojektii Amantoota fi Mana Kiristaanaa keenya nageenya addunyaa fi eegumsa biyyaaf gumaacha guddaa goote cinaa dhaabbachuun qarqaaruu (deebisanii ijaaruu) dandeessisu kutaan […]

Tamsaasa idilaa si’aa’inaa eegamaa kan ture jalqabuuf qophii isaa akka xummure Waldaan Qulqullootaa ni beeksise.

Waldaan Qulqullootaa si’aa’inaan eegamaa kan ture Tamsaasa idilaa sa’aatii 24 dhiheessii adda ta’ee fi haala yeroo waliin wal-simataa ta’een B.A. Muddee 5/2012tti akka jal qabu barreessaan ol’aanaa Waldaa Qulqullootaa Obboo Wub’isheet Otooroo ibsani. Yaada dhaggeeffattootni fi daawwattootni kennaa turan irratti hundaa’uun fi qu’annaa adeemsisuun akkasumas muuxannoo Manneen Kiristaanaa obboleewwanii irraa qooddachuun tamsaasichi yericha waliin kanb […]

Oduu Gammachiisaa!!!

Dubbii Maariyaam Dubbiin Maariyaamii qaama Barumsa hundee Mana Kiristaanaa /Doogmaa/ Ortodoksii keessaa isa tokko dha. Dubbii Fayyina dhala namaa keessatti fi, waayee seenaa Kakuu Haaraa fi Adeemsa hojii dhala namaa fiyyisuu Gooftaa Keenya Qoricha Keenya Iyyasuus Kiristoos keessattis barumsa murteessaa ta’e dha. Waaqayyoo iccitii addunyaa kana ittiin fayyise keessatti Dubbiin Maariyaami bakka guddaa fi iccitii […]

Biyya kan taate Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa eeguun dirqama mootummaa akka ta’e Waldaan Qulqullootaa ni hubachiise.

EOTCMK November 18, 2019 Biyya kan taate fi biyyattii kutannoo waliin eegdee dhaloota har’aaf kan dabarsite Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa eeguun dirqama mootummaa waan ta’eef muummicha ministeeraa mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa kabajamoo Dr. Abiyyi Ahmad miidhaa amantootaa fi Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa irraan gahaa jiru akka dhaabsisan Waldaan Qulqullootaa xalayaan ni gaafate. Xalayaa muummicha […]

Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii

Kutaa dhumaa Dhaadheessitoonni tokko tokkoo uummata uummata waliin walitti buusuuf akkuma HEERA MANA KIRISTAANAA keewwata 4 (afur) irratti caqasameen sabbata waaqaa baroota dheeraaf akka asxaatti fayyadamaa turte fi ammas ittiin fayyadamaa jirtu guyyaa Ayyaanaa qabattanii baataniittu, baaxii manaa fi bantoo Mana Kiristaanaa irratti dibdaniittu jechuun amantoota burjaajeessuun, dargaggoota hidhuu, kana irraa darbee kutaalee lallabaa tokko […]

Hiikkoo xummuramuu Faaruu (sirna Galateeffannaa) Tibba Abaaboo (ተፈጸመ ናሁ)

H.K.H.Roodaas Taaddasa (Dr.) Dilbata dhumaa kan tibba habaabootti hayyoonni Mana Kiristaanaa fi amantootni mooraa haadha keenya Mana Kiristaanaatti walitti qabaman onneen isaanii jaalala Deessuu Waaqaatiin boba’ee, dhandhama galata isheetiinis qalbiin isaanii quuftee, keessattuu, xummura sirnagalateeffannaa tibba habaabootti qalbii isaanii isa sirna galatoo galateeffannaa tibba abaaboo ishee dhumaa galateessee nagahe kan hin jenne sana gammachiisuu baatuus, […]

Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii

kutaa 5ffaa Kaayyoon ijoo dhaabbata dhimmoota maatii fi daa’immanii, daa’imman hawaasa waliin jiraatani tajaajila nyaataa, uffata fi yaalii fayyaa akka argatan haala mijeessuu dha. Keessattuu yeroo ammaa kanatti gochi gaarii daa’imman haadha fi abbaa hin qabne kununsaa guddisuun maqaa Mana Kiristaanaa keenyaan foyya’ee akka itti fufu yaadachiisaa; kutaalee lallabaa muraasa keessatti dhaabbatichi walii galee hojjechuu […]

Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii

Kutaa 4ffaa Kitaabileen fi Faaruuwwan Mana Kiristaanaa keenyaan qophaa’anii maxxanfaman hundumtuu Yaa’ii Hayyootaatiin qoratamanii akka maxxanfaman; hojii kanaafiis manni maxxansaa Tinsaa’ee Za Gubaa’ee cimee galmaan gahuu akka danda’u daran akka cimu ta’ee, kitaalolee kanaan dura Mana Kiristaanaa keenyaan qophaa’anii faayidaa irra oolaa turan dhaabbilee fi namoota dhuunfaatiin karaa seeraan ala ta’een maxxanfamaa fi ittiin daldalamaa […]

Yaada Murtee fi Ibsa Ejjennoo Yaa’ii Afuurawaa Walii Gala 38ffaa kan Yaa’ii Lallaba Teessoo Paatriyaarkii

Kutaa 3ffaa Manni Kiristaanaa keenyaa Kawaalota fi Manneen Kiristaanaa kumaatamaan laakka’aman; luboota, tajaajiltoota fi amantoota miiliyoonaan lakkaa’aman kan qabdu ta’uun ishee ni beekkama.  Kana irraa yeroo ilaallu, Meeshaaleen Qulqullaa’oo irra caalaatti kan argaman namoota dhuunfaa fi namoota amantaan isaanii faallaa ta’e irraayi. Kanaafuu, haala kana hundee isaatirraa sirreessuuf fi Mana Kiristaanaa keenya fayyadamtuu godhuuf dhaabbanni […]

Beeksisa

Guyyaan “IMALA JIREENYAA” Omkololeessa 23 irraa ga Muddee 12tti jijjiiramuu isaa kabaja guddaan isiniif ibsina.